All Episodes
Sagantaalee - Sagalee Ameerikaa — 49 episodes
Godinaa Shawaa Kaabaa, Aanaa Sulultaatti Bulchaa Aanichaa fi Ajajaa Waajira Poolisii Dabalatee Namoonni 3 Ajjeesaman - Muddee 12, 2024
Rippaabilika Samaalilaanditti Filannoon Pireezidaantii Roobii Dhufu Gaggeeffama - Sadaasa 11, 2024
Ajjeechaa Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaa - Sadaasa 04, 2024
Godinaa Shawaa Dhihaa, Aanaa Noonnoo Keessatti Misirroota Dabalatee Namoonni Cidharra Turan 27 Ajjeefamuun Himame - Waxabajjii 20, 2024
Jiraattoonni Shawaa Kaabaa, Aanaa Darraa Sababaa Walitti-bu’insaa Kan WBO fi Kan Faannootiin Jireenyi Isaanii Yaaddoorra Bu’uu Dubbatan - Hagayya 22, 2023
Dhibeen Koleeraa Godinaalee Booranaa fi Gudjii Keessatti Ammallee Mul’achaa Akka Jiru Himame - Waxabajjii 19, 2023
Naannoo Gaambeellatti Walitti Bu'iinsa Uumameen Namoonni Sagal Du'anii 17 Ammoo Mada'uun Ibsame - Caamsa 25, 2023
Hoogganoonni ABO Buraayyutti Hidhaa Keessa Turan Amma Eessa Akka Jiran Akka Hin Beekne Abukaatoon Isaanii Dubbatan - Elba 20, 2023
ABOn Hoogganoonni Isaa Ol’aanoon Seera-ala Qajeelcha Buraayyuu Keessatti Hidhamanii Jiran, Jedhe Akka Hiikaman Gaafate - Elba 12, 2023
Weerarri Koleeraa Godinaalee Oromiyaa Shan Keessatti Hammaachuun Gabaasamaa Jira - Bitooteessa 30, 2023
Bokkaan Kibbaa fi Kibba Bahaa Itiyoophiyaatti Roobe Jiraattota Booranaa Gammachiisuus Gama Biraan Yaaddoo Itti Uumee Jira - Bitooteessa 27, 2023
Arsii Lixaa Keessatti Walitti Bu’iinsi Uumame Lubbuu Namaa Galaafate - Bitooteessa 08, 2023
Ka Mootummaan Oromiyaa Magaalota Tokko Tokko Walitti Dabalee Gurmeessuf Beeksise Jiraattotni Akka Adda Addaatti Ilaalan - Bitooteessa 07, 2023
Hidhattoonni Murlee Maaliif Sudaan Kibbaarraa Gaambeellaatti Deddeebi’uun Haleellaa Geggeessu? - Bitooteessa 06, 2023
Qala'insa Jireenyaa fi Kaffaltti Manneen Barnootaa Dhuunfaa Laalchisee, Yaaddoo Maatii - Guraandhala 24, 2023
Qellem Wallaggaa fi Wallaga Lixaa Keessatti Barsiisonni Miindaan Kaffalamuufii Dhabuurraa Akka Rakkataa Jiran Himatu - Guraandhala 21, 2023
Giddaa Ayyaanaa Keessa Rakkoon Nageenyaa Jiru Qehee Ofiitti Deebi’uu Akka Isaan Hanqise Dubbatu, Jiraattonni Qehee Ofii Irraa Buqqa’an - Guraandhala 14, 2023
Oromiyaa Keessatti Sababaa Rakkoo Nageenyaatiin Dhaabileen Tajaajila Fayyaa Hedduun Miidhaman Jedha Mootummaan - Guraandhala 06, 2023
Lakkoobsi Namoota Afaan Biyyootii Alaa Mana Ofii Keessatti Dubbatanii Ameerikaa Keessatti Dabalaa Jira - Guraandhala 06, 2023
Koleeraan Naannoolee Oromiyaa fi Somaalee Keessatti Mul’ate Babal’aataa Jira Jedhame - Amajjii 31, 2023
Dorgommii Fiigichaa Jarmaniitti Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Injifannoo Argatan - Amajjii 30, 2023
Gargaaramtoonni Shawaa Kaabaa, Aanaa Yaayyaa Keessaa Rakkoof Saaxilamuu Himatan - Amajjii 25, 2023
Dhimmoota Preizidaantiin Oromiyaa Godinaalee Wallagga Keessatti Mauraalee Hawaasaa Waliin Mari'atan Ilaalchisee Ibsi Kenname - Amajjii 24, 2023
Tuuriziimii Ityoophiyaa - Amajjii 20, 2023
Paartiin Sochii Bilisummaa Ummata Benishaangul Humnootni Nageenyaa Minseensa Tokko Jalaa Ajjeesuu Ibse - Amajjii 17, 2023
Itiyoophiyaatti Hoongen Daayimman Gara Miiliyona 4 Hanqina Midhaan Nyaataaf Saaxile: 'Save The Children' - Amajjii 16, 2023
Haala Qabiinsa Mirga Namoomaa Itoophiyaa Keessaa Ilaalchisee Ibsa Bahee fi Gaabaasa Hiiwman Raayits Waach - Amajjii 12, 2023
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Tokko Keessaa Barsiistonni 20 ol Hidhaman - Amajjii 11, 2023
Hidhattoonni Mana Amala Sirreessaa Gujii Lixaatii Nama Shan Ajjeesanii Sirreeffamtoota 500 Ol Hidhaatii Baasani - Amajjii 10, 2023
Ministeerri Fayyaa Dhaabbilee Fayyaa Manca'an Deebisee Ijaaraa Jiraachuu Ibse - Amajjii 10, 2023
Manni Maree Magaala Shaggar Hundeeffame. Jiraattonni Komii Qabu - Amajjii 09, 2023
Rakkoon Nageenyaa Naannoo Gujii Gargaarsa Danqaa Jiraachuu Jaarmayaan Mootummootaa Beeksise - Amajjii 07, 2023
Yuuniversitiin Jimmaa Maqaa Aartiist Alii Birraan Carra Barnoota Haarawa Bane - Amajjii 05, 2023
Dhimma Kutaa Bulchiinsa Sulultaa Keessatti Manneen Diigamuu - Amajjii 05, 2023
Ajajootni Waraanaa Gurmuulee Hidhattootaa Mootummaa Waliin Walii Galtee Mallatteessun Himame - Amajjii 02, 2023
Hikkamuu isaa haaga as gahee agarrutti waanni amannu hin jiru: Obboleessa Tashitaa Tufaa - Amajjii 02, 2023
Miseensi Kongireesii Ameerikaa Milkaahina Waraanni Somaaliyaa Al-Shabab Irratti Argate Jejan - Muddee 28, 2022
Ajjeechaa Wallaggaa Bahaa Keessa - Muddee 26, 2022
Barreessaan Gamtaa Abbootii Gadaa Oromiyaa "Humnoonni Mootummaa Seeran Ala Mana Kiyya Cabsanii Seenan," Jedhan - Muddee 23, 2022
Gareen Mariisistoota Gamtaa Afrikaa Waliigaltee Nagaa Madaaluu fi Hordofu Maqaleetti Imaluufi - Muddee 23, 2022
Horroo Guduruu Wallaggaa Kanneen Buqa'an Gargaarsa Dhabuu Himatan - Muddee 22, 2022
Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Benishangul Gumuz Waliigaltee Tolfatan - Muddee 12, 2022
Barreessaa Muummeen Mootummoota Gamtoomanii Walii-galtee Dhukaasa Dhaabinsaa Tigiraay Keessaa Dinqsiifatan - Muddee 02, 2022
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hidhattoota “Shanee” Ittiin Jedhu Waliin Akka Marii Araaraa Taa’uu Hin Dandeenye Dubbate - Sadaasa 29, 2022
Oromiyaa Keessatti Dhibeewwan Choleeraa fi Gifiraa Lubbuu Galaafataa Akka Jiran Himame - Sadaasa 25, 2022
Torban Dabre Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa Keessatti Keessatti Hidhattoonni Namoota Hedduu Ajjeesan, Jedhu Jiraattonni - Sadaasa 25, 2022
Haadholii Du’umsa Irratti Du’anii fi Dhala Isaanii Dhabaniif Sababaan Tokko Hanqina Odeeffannoo Tahuun Himame - Sadaasa 23, 2022
Taphawwan Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaarratti Maal Maal Tu Tahe - Sadaasa 23, 2022
Baninsa Tapha Waancaa Addunyaa Irratti Haasaan Prezidaantiin FIFA Dhageessisan Mufii Uuumee Jira - Sadaasa 21, 2022