PODCAST · education
SBS irraa Afaan Englishii baradhaa
by SBS
Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!
-
4
#50 Let's go fishing! (Med) - Qurxummii qabuu
Learn how to talk about fishing. Plus, find out a bit of history on why Australians love fishing. - Waa'ee qurxummii qabuu akkamitti akka dubbatan baradhu. Dabalataan, lammiileen Awustiraaliyaa maaliif qurxummii qabuu akka jaallatan seenaa xiqqoo barbaadi Ilaali
-
3
#48 How to talk about your body pain (Med) - Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattu
Learn how to describe your body pain. Plus, hear some tips from a physiotherapist if you feel pain. - Akkka itti dhukkubbii qaamaa ibsatan baradhaa. akkasumas yoo dhukkubbiin isinitti dhaga'ama tahe gorsa tokko tokko ogeessa fayyaa qaamaa irraa dhagahaa. Afaan Inglishiis achumaan barattuu.
-
2
#49 How to say you don’t understand (Med) - #49 Akka hin hubatin akkamitti akka ibsattu (giddu- galeessa)
Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. - Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. Afaan Inglishii nama waliin gaafa dubbattan, naaf hin galle, hin hubatne jechuuf akkamiin of ibsuu akka dandeessan baradhaa. Akkasumas loqoda Austraaliyaanotaa tokko tokko namootni bebbeekamoon tokko tokko irraa qoosaan dhaggeeffadhaa itti bashannanaa, irraa baradhaas.
-
1
#41 How to say sorry (Med) - #Eng Dhiifama gaafachuu baruu
Learn how to apologise in informal and formal settings. Plus find out how various cultures view the act of apologising. - Kutaa keenya isa ammee keessatti keessatti akkaataa itti sirnaan dhiifama gaafattan barachuu dandeessu. Dabalataan aadaan adda addaa dhiifama gaafachuu akkamitti akka hubatan ilaalaa.
We're indexing this podcast's transcripts for the first time — this can take a minute or two. We'll show results as soon as they're ready.
No matches for "" in this podcast's transcripts.
No topics indexed yet for this podcast.
Loading reviews...
Loading similar podcasts...