SBS irraa Afaan Englishii baradhaa podcast artwork

PODCAST · education

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!

  1. 4

    #50 Let's go fishing! (Med) - Qurxummii qabuu

    Learn how to talk about fishing. Plus, find out a bit of history on why Australians love fishing. - Waa'ee qurxummii qabuu akkamitti akka dubbatan baradhu. Dabalataan, lammiileen Awustiraaliyaa maaliif qurxummii qabuu akka jaallatan seenaa xiqqoo barbaadi Ilaali

  2. 3

    #48 How to talk about your body pain (Med) - Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattu

    Learn how to describe your body pain. Plus, hear some tips from a physiotherapist if you feel pain. - Akkka itti dhukkubbii qaamaa ibsatan baradhaa. akkasumas yoo dhukkubbiin isinitti dhaga'ama tahe gorsa tokko tokko ogeessa fayyaa qaamaa irraa dhagahaa. Afaan Inglishiis achumaan barattuu.

  3. 2

    #49 How to say you don’t understand (Med) - #49 Akka hin hubatin akkamitti akka ibsattu (giddu- galeessa)

    Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. - Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. Afaan Inglishii nama waliin gaafa dubbattan, naaf hin galle, hin hubatne jechuuf akkamiin of ibsuu akka dandeessan baradhaa. Akkasumas loqoda Austraaliyaanotaa tokko tokko namootni bebbeekamoon tokko tokko irraa qoosaan dhaggeeffadhaa itti bashannanaa, irraa baradhaas.

  4. 1

    #41 How to say sorry (Med) - #Eng Dhiifama gaafachuu baruu

    Learn how to apologise in informal and formal settings. Plus find out how various cultures view the act of apologising. - Kutaa keenya isa ammee keessatti keessatti akkaataa itti sirnaan dhiifama gaafattan barachuu dandeessu. Dabalataan aadaan adda addaa dhiifama gaafachuu akkamitti akka hubatan ilaalaa.

Type above to search every episode's transcript for a word or phrase. Matches are scoped to this podcast.

Searching…

We're indexing this podcast's transcripts for the first time — this can take a minute or two. We'll show results as soon as they're ready.

No matches for "" in this podcast's transcripts.

Showing of matches

No topics indexed yet for this podcast.

Loading reviews...

ABOUT THIS SHOW

Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!

HOSTED BY

SBS

Produced by SBS Audio

Frequently Asked Questions

How many episodes does SBS irraa Afaan Englishii baradhaa have?

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa currently has 4 episodes available on PodParley. New episodes are automatically indexed when they're published to the podcast feed.

What is SBS irraa Afaan Englishii baradhaa about?

Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!

How often does SBS irraa Afaan Englishii baradhaa release new episodes?

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa has 4 episodes. Check the episode list to see recent publication dates and frequency.

Where can I listen to SBS irraa Afaan Englishii baradhaa?

You can listen to SBS irraa Afaan Englishii baradhaa on PodParley by clicking any episode. We provide an embedded audio player for direct listening, and you can also subscribe via your preferred podcast app using the RSS feed.

Who hosts SBS irraa Afaan Englishii baradhaa?

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa is created and hosted by SBS.
URL copied to clipboard!