PODCAST · news
VIO-SWO
by Moa Buba
RSWOn akeeka qabsoo kan Oromiyaa Walaba, Saba Oromoo Bilisa, Mootummaa Birmaduu Oromoo fi Oromiyaa deebisanii gad-dhaabuuf godhamuu dhaadhessa.
Episodes
-
Kurfii RSWO - Kamisa Onkoloolessa 14, 2021
Duula duguuggaa sanyii, garee Faannoo jedhamu, akkasumas, Milishootaa fi Hawaasa Naannoo Amaaraan, Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Ganda Gaalessaa keessatti, Roobii kaleessaa (Onkoloolessa 13, 2021) Uummata Oromoo irratti banameen, aayyoo deessee ulmaa jirtu dabalatee, Oromoonni jaha (6) haala...
-
Kurfii RSWO - Dilbata Onkoloolessa 10, 2021
Dhukaasa Oromoota Jimaata Onkoloolessa 8, 2021, Konyaa Gujii Bahaa, Ona Gumii Eldalloo, Ardaa Qaallittii keessatti, Irreeffannaaf bobba’an irratti, LMKIIn banameen, Sirni Irreechaa sun goolamuun addaan bittinneeffamuu; Oromoonni Irreeffachuuuf ba’an muraasnis achi-buuteen isaanii hanga guyyaa...
-
Sagantaa RSWO - Kibxata Hagayya 31, 2021
Lola hidhattoota Naannoo Affaarii fi Naannoo Amaaraan Oromoo Walloo irratti guyyoottan sadeen darban bifa haarayaan banameen, Oromoonni Walloo sagal (9) Ona Harxummaa Fursee keessatti ajjeefamuu; kanneen baay'inaan sanaa ol ta'an ammoo madeeffamuu. "Shanee fi Juuntaa waliin balleessina"…
more -
Sagantaa RSWO - Dilbata Adoolessa 25, 2021
Milishoonnii fi Loltoonni MKII, kanneen humna Mootummaa Naannoo Tigiraay (ABUT) waraanuuf kutaalee Impaayerattii garaagaraa keessaa gamasitti bobbaafaman danuun hidhannoo isaanii gatuun, gamisnis hawaasa naannootti gurgurachuun, baqachaa jiraachuu. Loltoota kanneen keessaa kanneen qabaman, kaan...
-
Sagantaa RSWO - Kamisa Adoolessa 22, 2021
Tajaajilli bishaan qulqulluu fi ibsaa, Magaalota Konyaa Walloo ja'a (6) – Haarawa, Caffaa Roobiit, Gooraa, Fursee, Qiciicoo fi Cirrattii – irraa erga muramee torban tokkoo ol lakkoofsisee jiraachuu. Poolisoonni Humna Addaa fi Milishoonni [Oromiyaa] baay'inaan 10,000'tti (Kuma-kudhan) tilmaamaman,...
-
Sagantaa RSWO - Kibxata Adoolessa 20, 2021
Lixa Oromiyaa, keessattuu, Konyaa Lixa Wallaggaa fi Qeellem Wallaggaa keessatti, Uummanni Oromoo LMKII'n dirqisiifamuun, yeroo dheeraaf akka midhaan hin oomishanne taasifamaa; oomisha ooyiruu irraa qabus akka hin galfanneef, ooyiruu irratti jalaa gubamaa turuun wal-qabatee, Uummanni Oromoo Ona...
-
Sagantaa RSWO - Kibxata Waxabajjii 29, 2021
Uummanni Oromoo, goototaa fi qabsaa'ota ilmaan isaa, kanneen qabsoo walabummaa biyya isaanii Oromyaa fi bilisummaa saba isaanii Oromoof taasisan irratti wareegaman bifa kamiin yaadachuu qaba? Kaayyoon gootota wareegamtoota Oromoo yoom guuta? Uummanni Oromoo galma qabsoo isaa ga'uuf maal gochuu...
-
RSWO - Caamsaa 13, 2021
Sagantaa RSWO - Caamsaa 13, 2021
We're indexing this podcast's transcripts for the first time — this can take a minute or two. We'll show results as soon as they're ready.
No matches for "" in this podcast's transcripts.
No topics indexed yet for this podcast.
Loading reviews...
ABOUT THIS SHOW
RSWOn akeeka qabsoo kan Oromiyaa Walaba, Saba Oromoo Bilisa, Mootummaa Birmaduu Oromoo fi Oromiyaa deebisanii gad-dhaabuuf godhamuu dhaadhessa.
HOSTED BY
Moa Buba
CATEGORIES
Loading similar podcasts...