EPISODE · Dec 10, 2025 · 8 MIN
A parent’s guide to help teens adjust to social media age restrictions - Uggurrii midiyaa hawaasaatti akka madaqan qajeelfama maatiin ittiin ijoollee gargaaran - Australia Explained
from SBS Afaan Oromoo
Australia is restricting access to social media accounts for under-16s, and many families are wondering what it means in practice. While the rules place responsibility on tech platforms rather than young people or their parents, the changes may still create stress for teens who rely on social media to stay connected. Find out how the ban will work, why connection still matters, and how experts suggest supporting young people through the transition. - Austraaliyaan daa’imman umuriin isaanii waggaa 16 gadii akkaawuntii miidiyaa hawaasaa akka hin fayyadamne daangeessaa kan jirtu yoo ta’u, maatiin hedduun qabatamaan maal jechuu akka ta’e gaafachaa jiru. Seerri kun itti gaafatamummaa dargaggoota ykn warra isaanii osoo hin taane waltajjiiwwan teeknooloojii irra kaa'a. Jijjiiramni kun amma illee dargaggoota umrii kurnanii keessa jiran kanneen miidiyaa hawaasaa irratti hirkatanii walitti dhufeenya qabaachuuf dhiphina uumuu danda'a. Uggurri kun akkamitti akka hojjetu, walitti hidhamiinsi amma illee maaliif akka barbaachisaa ta’ee fi ogeeyyiin akkamitti dargaggoota ce’umsa kanaan akka deeggaran yaada kennantu ibsama.
Embed this episode
Ready to play
A parent’s guide to help teens adjust to social media age restrictions - Uggurrii midiyaa hawaasaatti akka madaqan qajeelfama maatiin ittiin ijoollee gargaaran - Australia Explained
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.