SBS Afaan Oromoo podcast artwork

PODCAST · news

SBS Afaan Oromoo

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

Publisher-supplied feed metadata · PodParley refreshed Sep 16, 2026 · Source feed

  1. 265

    #117 Borrowing books at the library (Med) - #117 Mana kitaabaa irraa kitaaba ergifachuu(Med)- Learn English

    Learn English useful for visiting a library. Practise everyday phrases for returning borrowed items, asking about late fees and due dates, renewing items, reserving titles, and using the library catalogue. - Mana kitaabaa deemtee kitaaba ergifachuuf , jechoota afaan Inglishii fayyadoo tahan baradhu. Kitaaba ergifachuu fi deebisuuf, yoo of harka tursite hagama akka si kafalchiisaan, guyyaa itti deebi'uu qabu ykn guyyaa dabala yoo barbaadde irra deebitee haaromfachuuf, dabrees ammoo akkaataa itti sakatta'anii kitaaba barbaaddatan, mata duree kitaaba barbaadduu argachuu kana kana hundaaf jechoota haaraa guyya guyyaatti shaakali.Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here. - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.

  2. 264

    Travelling safely in rural and remote Australia - Baadiyaa fi lafa fagoo Australia keessa nageenyaan imaluu - Australia Explained

    Australia is a vast and diverse country to explore, but driving in rural and remote areas can involve conditions you may not encounter in cities. Knowing what to expect and how to prepare can help you travel more safely and confidently. - Biyya Australia guddoo fi aada daneettii biyyaa isin ilaaluu qabdani dha garuu gara baadiyaa fi naannawa fagoo yeroo ooftan haallan magaalaa keessatti hin agarre isin mudachuu danda’a. Daandii gara baadiyaa geessu irra yeroo deemtan maaltu isin mudachuu akka malu beekuu fi dursitanii of qopheessuun nageenyaa fi of irratti-amantummaan geessanii deebi’uuf isin gargaara.

  3. 263

    Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turte- obo Baarentoo Gadaa - Farewell

    Keessummaan qophii keenya har'aa obbo Baarentoo Gadaa ti. aaf-gaafii waliin taasifne caqasuun qophii keenya torban torbaniin dabrus faana bu'uu hin dagatinaa. Artistii fi Falmattuun mirga namoomaa aadde Ilfinesh Qannoo addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Artis Ilfinesh, nama ijoollee dubaraa lama qabdu fi haala tasgabbaa'insa biyya keessaa dhabamuu irraa kan ka'e yeroo dheeraaf biyya Norway jiraachaa turte.

  4. 262

    How can my child learn about Indigenous Australia? - Ijoolleen koo waa'ee Abbootii Dachee Australia akkamiin barachuu danda'u - AE

    Supporting your child’s connection with the world’s oldest continuing living culture is one of the greatest gifts you can offer them while raising them in Australia. But if you’re new to the country, you may be unsure where to begin. Here are some starting points and ideas to help you and your child learn about Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, cultures and history. - Walitti dhufeenya ijoolleen keessan aadaa addunyaa irratti turaa tahe akkasumas jiraataa fi itti fufiinsa qabu deeggaruun ijoollee keessan Australia keessatti guddachaa jiraniif kennaawwan gurugddaa kennuufii dandeessan keessaa isa tokko dha. Garuu yoo biyyattiif haaraa taatan eessaa akka eegaltan beekuu dhiisuu maltu. Ijoolleen keessan waa'ee aadaa fi seenaa ummattoota Abbootii Dachee fi Torres Strait Islander akka baraniif qabxiiilee fi yaaddan isin gargaaruu danda'an tokko tokko kunoo ti.

  5. 261

    Bonus Practice: #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala Dabalaa: #116 Tajaajila ogeessa beeyladaa

    Practise speaking the dialogue from episode #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala dabalaa #116 kana irraa jechoota waliin dubbatnaa keessatti dhageessan hedduu barattu.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.

  6. 260

    Birth and pregnancy care options in Australia - Da'umsaa fi ulfa ilaalchisee filannowwan Australia keessa jiran- Australia Explained

    If you're first-time parents in Australia, choosing where and how to give birth can feel overwhelming. Whether you go through the public or private health system, it is important to understand your options and know where to reach out for advice to make the right decision for you and your baby. - Australia keessatti reef jalqabaaf daa'ima godhachuuf tahe, eessatti akka deessuu fi akkamtitti akka deessu filachuun xiqqoo rakkisaa tahuu mala. Kan yoo mana yaalaa mootummaa ykn kan dhuunfaatti da'uu barbaadduu filannowwan jiran beekuun kee baayyee barbaachisaa dha. Akkasumas ofii kee fi daaíma keef murtii qajeelaa fudhachuuf eessaa akka gorsa argattu illee beekuun kee dansa.

  7. 259

    #116 Visiting a vet (Med) - #116 Tajaajila ogeessa beeyladdaa- Learn English

    Learn English useful for talking about your sick pet. Practise everyday phrases for explaining when an animal is not eating, drinking, or acting normally. - Beeylada manaa keessan tajaajilchiisuuf yeroo deemtanitti afaan dubbannaa keessan fooyyeffachuuf jechoota haaraa baradhaa. Keessattuu yeroo beeyladni keessan waa nyaachuu ykn dhuguu didan, ykn amala addaa agarsiisan jechoota itti fayyadamtanii ibsitan qophii kana irraa barattu.Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here. - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.

  8. 258

    Can you pick fruit from someone's garden? - Ooyiruu namaa keessaa fuduraa fi kuduraa cirachuu dandeessuu? - Australia Explained

    Walking through an Australian suburb, you might spot everything from curry leaves and lemons to tomatoes and herbs growing in front gardens or on verges. But is it legal to pick it? This guide explains when it's legal to pick produce, why permission matters, and how community gardens offer another way to grow your own food. - Naannawa Australia keessa yeroo deemtan tarii biqiltoowwan kanneen akka baala urgooftuu fi loomil irraa haga timaatimatti manneen namaa fuulduratti biqilanii ykn qarqara karaatti biqilanii arguu maltu. Garu cirachuun seeraan ehamamaa dhaa? Qophiin kun yeroo itti oomisha akkasii fayyadamuun ehamamuu fi ehamnis maaliif barbaachisaa akka tahe akkasumas qonnaan hawaasaa karaa biraa isin ittiin fayyadamtanii oomisha barbaaddan itti qotatachuu dandeessan tahuu ibsa.

  9. 257

    Bonus Practice: #115 Working on the side (Med) - Shaakala Dabalaa: #115 Hojii sutataa(dabalaa) hojjechuu (Med)

    Practise speaking the dialogue from episode #115 Working on the side. - Qophii #115 kana caqasuun jechoota haaraa barattu. Waliin dubbannaa hojii sutataa(dabala hojii) kan dhaabbataa irratti qaban biratti hojjetan ilaalchisee namootni haasawan caqasuun jechoota hedduu barachuu dandeessan.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.

  10. 256

    What are the rules for taking photos in Australia? - Australia keessatti suuraa kaafachuuf seera akkamtu jira? - Australia Explained

    Whether you’re new to taking photographs, a social media content creator or a professional photographer, it’s important to be aware of where you can and can’t take photographs. Here’s what to consider before you take that perfect photograph, legally. - Suuraa kaasuuf haaraa yoo taate, qabiyyee miidiyaa hawaasaa uumuu ykn ogeessa suuraa kaasu yoo taate, bakka suuraa kaasuu dandeessu fi hin dandeenye beekuun barbaachisaa dha. Suuraa mudaa hin qabne sana kaasuun dura waan ilaaluu qabdan kuno ti, seeraan.

  11. 255

    What are my rights if stopped by police in Australia? - Australia keessatti yoo poolisiin na dhaabe mirgootni koo maalfaa dha? - AE

    Police officers have a range of operational powers they can exercise under legislation, including to ask questions, give ‘move on’ directions and conduct searches. Here’s what you need to know about your basic rights and obligations in a police interaction. - Poolisootni aangoo hojii seera jalatti fayyadamuu danda'an adda addaa qabu, kanneen akka gaaffii nama gaafachuu, kallattii ykn qajeelfama akka "socho'i" ("move on") jedhu dabarsuu fi nama sakatta'uu dabalatee. Yeroo poolisiin waliin dubbattan keessatti mirgootaa fi dirqamoota isin qabdan beekuun isini irra jiru kunoo ti.

  12. 254

    #115 Working on the side (Med) - #115 hojii sutataa(dabalaa) (Med)

    Learn English useful for talking about side hustles and earning extra income. Practise everyday phrases for describing additional work, managing responsibilities, and talking about money. - Namootni baayyeen hojii dhaabbataa isaanii biratti hojii sutataa ykn dabalaa cinatti ni hojjetu. waa'ee hojii dabalataa kanaan galii argachuu ilaalchisee waliin dubbatamu kana irraa afaan Inglishii keessan fooyyeffattu. Jechoota guyya guyyaatti waa'ee hojii dabalaa, itti gaafatamummaa jiran mijeeffachuu, waa'ee qarshii fi kkf waliin dubbachuun jechoota haaraa shaakalaa.Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here. - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.

  13. 253

    Ob Abdallaa Sheekaa fi ob Bantii Ol'iiqaa lakkoofsa ummataa - Census ilaalchisee

    Obbo Bantii Ol'iiqaa fi obbo Abdallaa Sheekaa, lakkoofsa ummataa ykn Census Australia torban dhufu gaggeeffamuuf deemu, hawaasni keenya sirriitti hubatee guutuu qaba jedhu. Guyyaan Kibxata(Tuesday) Hagayya ((August) 11,2026 galgala yeroo tahu, namootni waraqaa argatanis dursanii guutuu danda'u jedhu. Aadaa fi afaan ofii sirriitti dhugummaan guutuun tajaajila barbaachisu hawaasichi argachuu irratt bu'aa qabaachuu irra dabree bakka bu'ummaa ofii dhugoomsuu dhas jedhu obbo Abdallaa fi obbo Bantiin. Caalaatti hubachuuf caqasaa.

  14. 252

    What is the Garma Festival and why is it important? - Ayyaanni Garma ykn Garma Festival maal akkasumas maaliif barbaachise?- Australia Explained

    The Garma Festival is Australia’s largest Indigenous cultural gathering where thousands of people travel to a remote town in Nhulunbuy on northeast Arnhem Land in the Northern Territory. Here's what happens at Garma and who can attend. - Ayyaanni Garmaa walitti dhufeenya aadaa Abbootii Dachee Australia isa guddaa yoo ta’u namoonni kumaatamaan lakkaa’aman gara magaalaa fagoo Nhulunbuy gara kaaba baha Dachee Arnhem fi noonnoo Kibba biyyattiitti argamutti imalani dha. Garma keessatti maaltu akka tahuu fi eenyus irraa hirmaachuu akka danda'u qophii kana keessatti ibsama.

  15. 251

    Bonus Practice: #114 Talking about the Census and data security (Med) - Shaakala Dabalataa: #114 Waa'ee lakkoofsa Ummataa fi tika Data irraa dubbachuu - LE

    Practise speaking the dialogue from episode #114 Talking about the Census and data security. - Qophii Shaakala Dabalataa kan #114 irraa waa'ee Lakkoofsa Ummataa fi tika Data irraa dubbachuun waliin haasawa shaakaluu dandeessu. Yeroo qophii kana dhaggeeffattan jechoota haaraa barattu. Lakkoofsi Ummata(Census) jechuun maal, maal gochuu qabdu, iccitiin dhuunfaa akkamiin eegama kan jedhus irraa barattu.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.

  16. 250

    When can my teenager start work in Australia? - Australia keessatti dardarri yoom hojii eegaluu danda'u?- Australia Explained

    Teenagers in Australia can undertake paid work under certain restrictions, with general employment rights also protecting young workers. Here’s what you need to know as a parent or guardian of a worker under 18. - Dargaggoonni Australia daangawwan murta'an jalatti hojii kaffaltii qabu qabaachuu danda'u, mirgi waliigala hojjettootaa kan dargaggootaas ni eega. Akka warra ykn guddisee hojjettoota umrii ganna 18 gadiitti wanti isin beekuu qabdan kunoo ti.

  17. 249

    Tapha FIFA Addunyaa Bara 2026 tapha 34fa - World Cup 2026

    Spain tapha xumuraa waancaa addunyaa FIFA irratti bakka ishee galmeessitee jirti, walakkaa xumuraa irratti gahumsa olaantummaa qabuun Faransaay 2 fi 0n injifatteetti. Mo'amuun kun abdii Les Bleus waancaa addunyaa sadaffaa fuudhuuf qabu kan xumuru yoo ta'u, amma xiyyeeffannaan isaanii gara tapha xumuraa Dilbata sadarkaa sadaffaatti ce'eera.

  18. 248

    #114 Talking about the Census and data security (Med) - #114 Waa'ee Lakkoofsa Ummataa Australia keessaa fi nageenya data Learn English

    Learn English useful for talking about the Census, data security, and protecting personal information. Practise everyday phrases for expressing concern, explaining risks, and talking about how data is kept safe. - Lakkoofsi Ummataa(Census) Australia keessatti Hagayya 11, 2026 Halkan taasifama. Namni Australia keessa jiru hundi lakkaa'amuu qaba. Kaan maarsariitii irratti guutu, kaaniif ammoo uunkaatu ergama. Qophii kana keessatti waa'ee Lakkoofsa Ummataa fi, nageenya data akkasumas eegumsa odeeffatnoo dhuunfaa irraa dubbachuun afaan inglishii keessanis fooyyeffattu. Yaaddoo ofii ibsachuu, balaa qabaata moo fi akkaataa itti data tiksan irratti dubbachuun jechoota haaraa shaakaltu.Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here. - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.

  19. 247

    2026 Census: What you need to know to ensure you’re counted - Lakkoofsa Ummataa Australia (Census): Lakkoofsa keessa jiraachuuf maal beekuu qabdu- Australia Explained

    The 2026 Census is on Tuesday 11 August and every person in Australia on this night must be counted. Census data is used to understand where we live, the languages we use at home (including Auslan), the support we need and how Australia is changing as a nation. Being counted helps ensure your community, culture and beliefs are represented. Here’s what you need to know about completing the Census for your household. - Lakkoofsi ummataa(Census) bara 2026 Kibxata(Tuesday) Hagayya (August) 11 yoo ta’u namni halkan kana Australia keessa jiru hundi lakkaa’amuu qaba. Daataan lakkoofsa ummataa bakka jiraatnu, afaanota mana keessatti dubbatnu (Auslan dabalatee), deeggarsa nu barbaachisu fi akkaataa biyyai Australia akka sabaatti jijjiiramaa jirtu hubachuuf kan gargaaru dha. Lakkaa’amuun hawaasni kee, aadaan kee fi amantaan kee bakka bu’ummaa akka qabaatu gargaara. Waa’ee Lakkoofsa Ummataa mana keessaniif xumuruu wanti beekuu qabdan kunooti.

  20. 246

    Argentina fi Switzerland tapha xumuraatti dabraniiru- FIFA WC 2026

    Argentina Masrii waliin taphachuun deebitee erga qabxii ajaai’bsiisaa galmeessiteen booda, Switzerland ammo tapha adabbii ajaa’ibaatiin Colombia injifachuun booda amma taphattootni lameenuun geeba FIFA addunyaa xumuraaf harki tokko hafe hirmaachuuf dabraniiru.

  21. 245

    Bonus Practice: #113 Talking about winter comfort food (Med) - Dabala shaakalaa: #113 Waa'ee nyaata yeroo qorraa dubbachuu - Learn English

    Practise speaking the dialogue from episode #113 Talking about winter comfort food. - Qophii dabala shaakalaa #113 waa'ee nyaata yeroo qorraa dubbachuu irraa jechoota haaraa shaakalaa. Waliin dubbatnaa kana caqasuu fi duukaa shaakaluun afaan fooyyessachuuf isin gargaara.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.

  22. 244

    How to get into inclusive football in Australia - Akkaataa kubbaa miilaa Australia hunda hammatetti hirmaattan- Australia Explained

    It’s no exaggeration when we hear that the FIFA World Cup is bringing the world together. After all, football is known as the world’s most popular sport. But football really begins on the suburban ovals and in the local clubs, with everyday players of all ages and abilities. Here’s how you can become one of them. - Geebni Addunyaa FIFA addunyaa walitti fidaa jira jechuu yeroo dhageenyu dhaadessa miti. Hundaafuu kubbaan miilaa ispoortii addunyaa irratti beekamaa dha. Garuu kubbaan miilaa dhuguma ganduma keessaa fi naannoo magaalaa akkasumas kilaboota biyya keessaa irraa jalqaba. Taphattoota guyyaa guyyaa umurii fi dandeettii hunda qabantus irratti hirmaata. Akkamitti isaan keessaa tokko ta’uu akka dandeessu kunoo ti.

  23. 243

    Geeba Addunyaa - FIFA 2026 guyyaa 20ffaa- Mexico ni mo'atte

    Tapha har'aa Mexicoon 2-1n Ecuador mo'atte. Keessummeesituu Mexicoon gara marsaa 16ffaatti kan darbite yoo ta'u, taphataa sarara fuulduraa Strikers Erling Haaland fi Kylian Mbappe tokkoon tokkoon isaanii goolii lama galchuun Norway fi Fransaayi akka dabran taasiseera,

  24. 242

    #113 Talking about winter comfort food (Med) - #113 Waaée nyaata yeroo qorraa nyaatamuu irraa dubbachuu- Learn English

    Learn English useful for talking about cosy meals and winter comfort food. Practise everyday phrases for describing cravings, warm meals, and food that makes you feel comfortable in cold weather. - Waaée nyaata yeroo qorraa keessa nyaatamuu fi nyaata mijataa irraa dubbachuun jechoota afaan Inglishii barbaachisoo barattu. Guyya guyyaan, waa''ee nyaata gaarii, nyaata hoáa, nyaata nama hawwatu fi nyaata yeroo qorraa nyaachuun isintti tolu irraa waliin dubbachuun jechoota haaraa shaakalaa.Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here. - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.

  25. 241

    The Torres Strait Islander Flag: Land, Sea and People - Torres Strait Islander: Alaabaa, Dachee, Glaanaa fi Ummata - Australia Explained

    In Australia, you might see three flags flying together: the Australian National Flag, the Aboriginal Flag and the Torres Strait Islander Flag. Aboriginal peoples and Torres Strait Islander peoples are the two distinct Indigenous peoples of Australia, each with their own histories, cultures, languages and flag. For many Torres Strait Islander people, the flag is a powerful symbol of identity and belonging, whether they live on the islands, the mainland or overseas. - Australia keessatti tarii alaabaa gosa sadii waliin balali'an agartan taha.? Alaabaa Biyyaalessaa Australia, Alaabaa Aboriginal fi Alaabaa Torres Strait islander. ummattootni Aboriginal fi Torres Strait Islander ummattoota adda addaa Abbootii Dachee Australia ti, Lachanuu seenaa, aadaa, afaanii fi alaabaa ofii qabu. Ummattoota Torres Strait Islander hedduuf , alaabichi mallattoo humna qabeessa, eenyummaa fi of-tahummaa ti, yoodhuma illee cita lafaa, biyya guddaa ykn biyya biroo jiraatanis.

  26. 240

    How do charities and individual fundraisers work in Australia? - Dhaabbileen tola-ooltummaafi namni dhuunfaa maallaqa walitti qaban Australia keessatti akkamiini hojjetu?

    What are the rules around raising money and charities? How can you ensure you don't get scammed? Here is what you need to know if you're donating, raising money yourself or launching an online crowdfunding appeal. - Seerri naannoo maallaqa walitti qabuu fi dhaabbilee tola ooltummaa maali? Akkamitti akka hin gowwoomfamne mirkaneessuu dandeessa? Yoo ni arjoomta tahe, ofii keetii maallaqa walitti qabdus tahe ykn karaa sarara interneetaan birmatnaa ummataa kan gaafattus yoo tahe wanti beekuu qabdu kunoo ti.

  27. 239

    Tapha Geeba addunyaa guyyaa 13ffaa

    Ronaaldoon taphataa jalqabaa waancaa addnyaa jaha irratti goolii galche taheera.

  28. 238

    Austria 3 fi 1 Jordan mo'atte Soccaruun yeroo dhiootti

    Tapha kubbaa addunyaa: har’a guyyaa 6fa dha. Messi, Mbappe fi Haaland urjii tapha har’aa turan.

  29. 237

    Bonus Practice: #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - Shaakala Dabalaa: #112 Ijoollee hojiin qabuu| Boqonnaa mana barumsaa dandamachuu- Learn English

    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - Qophii Shaakala Dabalataa kana hordofuun jechoota waliin dubbatnaa gara garaa shaakaltu. #112 ijoollee hojiin qabu/boqonnaa mana barumsaa dandamachuu kan jedhu kun yeroo manni barumsaa cufamu maatiin ijoollee akka itti qaban irratti hojjechuu qaban. Qophii kana yeroo caqastanitti barmoota hedduu irraa argattu.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.

  30. 236

    Are electric vehicles worth it in Australia?| Fuel in Focus - Australia keessatti konkolaataan elekttrikii gatii qabaa? Xiyyeeffatnoo bobaáa irrattii – Australia Explained

    Electric vehicles are becoming more common on Australian roads as fuel prices remain unstable and more drivers look for cheaper ways to travel. Here's what you need to know if you are thinking about making the switch. - Gatiin boba’aa tasgabbaa’aa waan hin taaneef konkolaattonni elektriikii daandii Australiaa irratti baay’inaan mul’achaa jiru, konkolaachiftoonni baay’yyeen karaa imala gatii salphaa barbaadu. Yoo jijjiirraa kana gochuuf yaadaa jirtan waan beekuu qabdan kunoo ti.

  31. 235

    #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - #112 Ijoolleen hojiin qabuu| Boqonnaamana barmootaatti ihoollee hujeessuu- Learn English

    Learn English phrases for keeping kids busy during the school holidays. Practise everyday English for talking about children’s behaviour, boredom, and common challenges at home. - Yeroo boqonnaa mana barmootaatti ijoollee hojiin qabuudhaan jechoota dhimma kana ilaallatan baruun afaan inglishii keessan fooyyeffattu. Waa'ee amala ijoollee, boqnnaa irra yeroo jiran nuuffii mana ooluu isaan agarsiisan, rakkinoota yeroo barmootni cufamu mumul'atan beekamoo irraa dubbachuun afaan inglshii guyya guyyaatti shaakalaa.Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.

  32. 234

    The Aboriginal flag: History, meaning and recognition - Alaabaa Aboriginal: Seenaa, hiikkaa fi beekamtii- Australia Explained

    At school, work, council offices or sporting events, you might see a red, black and yellow flag flying beside the Australian national flag. This is the Aboriginal flag, representing the Aboriginal people of Australia and their connection to land, community and stories. - Mana barmootaa, bakka hojii, waajjira gumii naannoo ykn bakka sportiitti alaabaan diimaa, gurraachaa fi keelloo alaabaa Australia cinatti balali'uu argitanii taha. Kun alaabaa Aboriginal ti. Uummata Aboriginal Australia fi walitti dhufeenya isaan lafa, hawaasaa fi seenaa waliin qaban bakka bu’a.

  33. 233

    Bonus Practice: #111 Water problems at home? Talking to a plumber (Med) - Dabala Barmootaa: #111 Rakkoon bishaanii dhimiisuu jiraa? Suphisiisuu irraa dubbachuu- LE

    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #111 Water problems at home? Talking to a plumber. - Jechoota barmoota dabalaa kana irraa shaakaluun akkaataa yoo bishaan mana keessaa, bombaan cabee dhimmise suphitootatti dubbattan barattu. #111 Rakkoon bishaan dhimmisuu ni jiraa? Suphitootatti dubbachuu gorsa jedhu caqasuu irraa afaan fooyyeffattu.

  34. 232

    A guide to fuel types in Australia | Fuel in Focus - Qajeelcha gosa boba'aa Australia keessaa | ilaalcha boba'aa irratti- Australia Explained

    Drivers across Australia are paying more at the bowser as fuel prices remain unstable. So does it make sense to go for cheaper petrol options when filling up? The answer depends largely on your engine requirements, as not every fuel works for every vehicle. - Gatiin boba’aa tasgabbaa’aa waan hin taaneef konkolaachiftoonni guutuu Australia kaffaltii dabalataa kaffalaa jiru. Kanaafuu, yeroo guuttan filannoo boba'aa gatii salphaa ta'e argachuuf deemuun hiika qabaa? Deebiin isaa baay'inaan motora konkolata keessan waan barbaachisu irratti hundaa'a, sababiin isaas boba'aan hundi konkolaataa hundaaf hin hojjetu waan taheef.

  35. 231

    Are you prepared for Australia’s flu season? - Australia keessa ji'i utaalloo as adeemaa jira of qopheessitanii? - Australia Explained

    Influenza is a highly contagious viral infection. As flu season begins in Australia, here’s what you need to know to protect yourself, your family and the most vulnerable in our community. - Infuleenzaan infekshinii vaayirasii baay’ee daddarbaa ta’ee dha. Yeroon influenza Australia keessatti yeroo jalqabu, ofii kee, maatii kee fi hawaasa keenya keessatti namoota baay’ee saaxilamoo ta’aniif eeggannoo taasisuuf wantoota beekuu qabdan kunoo ti.

  36. 230

    Bonus Practice: #110 Trying on shoes (Med) - Dabala Barmootaa: #110 Kophee lakkkaayyachuu irraa dubbachuu(giddu gala afaanii) LE

    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #110 Trying on shoes. - Dabala Barmootaa waa'ee kophee lakkaayyachuu ilaalchisee jechoota barbaachisoo tahan shaakaluuf isin gargaara. Qophii #110 Kophee lakkaayachuu jedhu irraa yoo caqastan waan baayyee barattu.

  37. 229

    #110 Trying on shoes (Med) - #110 Kophee lakkaa'achuu (giddu gala afaanii) - Learn English

    Learn English useful for talking about trying on, buying, and finding shoes that fit well. Practise everyday phrases for describing how shoes feel, asking for a different size, and explaining what you are looking for in a comfortable pair. - Gabaa deemtanii waa'ee kophee lakkaa'achuu, bitachuu fi waan isinitti tahu argachuu irraa dubbachuun afaan Inglishii barattu. Jechoota guyya guyyaa waa ibsan kanneen akka kopheen kee akkam sitti tahee, lakkoofsi kee meeqa jedhuu fi kophee akkam akka barbaaddu nama saniif ibsuu irraa waa hedduu barattu.

  38. 228

    Tips to manage financial stress | Fuel in Focus - Gorsa muddama baasii to'achuu | Xiyyaafatnoo boba'aa irratti - Australia Explained

    Australia's petrol and diesel prices remain under pressure. The RBA’s decision to hike the cash rate this month is adding to the financial strain facing many households. We look at some free and independent support services that are available to help people manage financial stress. - Gatiin boba'aa fi gaazii Australia dhiibbaa jala jira. Murteen RBA’n ji’a kana keessa gatii maallaqaa dabaluun isaa rakkoo maallaqaa maatii hedduu mudate irratti dabalata tahee jira. Tajaajila deeggarsa bilisaa fi of danda’e tokko tokko kanneen namoonni dhiphina maallaqaa akka to’atan gargaaran ni ilaalla.

  39. 227

    #109 Talking about ageing parents (Med) - #109 Waa'ee maatii Dulloomaa jiran irraa dubbachuu(Giddu gala afaanii)

    Learn English useful for talking about ageing parents and family responsibilities. Practise everyday phrases for describing challenges, offering help, and discussing how to support parents. - Waa'ee maatii dulloomaa jiranii fi dirqama maatummaa waliin dubbachuun jechoota haaraa isin fayyaduu malan barattu. Guyya guyyaatti jechoota ibsuuf nama rakkisan tokko tokko shaakaluu, kanneen akka gargaarsa gochuu, akkamitti akka gargaartan irraa dubbachuu kun kun hundi jechoota itti fayyadamtan irra deddeebitanii yoo shaakaltan afaan ni fooyyeffattu.

  40. 226

    Tips to reduce petrol costs | Fuel in Focus - Gorsa baasii boba'aa hir'isuu| Xiyyeffatnoo Boba'aa- Australia Explained

    Rising fuel prices are putting pressure on household budgets across Australia, and for many people, it’s changing the way they travel. So what can you do to reduce your fuel costs without giving up your daily routine? Here are some simple, practical ways to save money on petrol. - Gatiin boba’aa dabaluu isaatiin baajata maatii guutuu Australia irratti dhiibbaa uumuun, namoota baay’eedhaaf, akkaataa imala isaanii jijjiiraa jira. Kanaafuu, hojii guyyaa guyyaa keessan osoo hin dhiisin baasii boba’aa keessan hir’isuuf maal gochuu dandeessu? Karaaleen salphaa fi qabatamaa ta’an boba’aa irratti maallaqa qusachuuf gargaaran tokko tokko kunoo ti.

  41. 225

    Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa : #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuu

    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuun jechoota shaakaluu dandeessu.

  42. 224

    Australia’s unique wildlife: what makes it special and what’s at risk - Bineensota Bosonaa Austrlia: Maaltu adda godha balaan mudatuu malus maal

    Australia is one of the most biodiverse places on Earth, home to wildlife and plant species found nowhere else on the planet. In this episode of Australia Explained you’ll learn about what makes Australia’s biodiversity so special, the threats it faces and how we can all help protect it. - Austraaliyaan iddoowwan lubbu qabeeyyii lafa kana irra jiran qabdu keessaa tokko yeroo taatu, bineensota bosonaa fi gosoota biqiltootaa lafa kana irratti bakka biraatti hin argamne of keessaa qabdi. Qophii Australia Ibsu jedhu har’aa keessatti waa’ee maaltu lubbu qabeeyyii Australia akkas adda godha kan jedhuu fi balaa isaan mudatuu malu irraa akkamitti hundi keenya tiksuu akka dandeenyu barattu.

  43. 223

    #108 Talking about the cost of living - #108 Jireenyi mi'aa tahuu irraa dubbachuu

    Learn English useful for talking about money, expenses, and financial pressure. Practise everyday phrases for describing rising costs, managing a budget, and explaining financial challenges. - Waa'ee qarshii, mi'aa jireenyaa fi dhiibbaa dinagdee jiru dubbachuun afaan Inglishii barbaachisoo tahan barattu. jechoota kanneen akka gatiin ol ka'uu, to'annaa maallaqaa fi maallaqa ilaalchisee dhiibbaalee adda addaa jiran irra deddeebitanii shaakaluun guyyaa guyyaatti waa barattu.

  44. 222

    Thinking of a career change? Here are some tips and options to consider - Hojii jijjiirrachuu yaaddee beektaa? Australia keessa filatnowwan jiran-Australia Explained

    Looking to step into a new career? You're not the only one, the stats suggest. No matter your age, background or whether English is your first language, a career change at some point is almost inevitable nowadays. In Australia, support is available to help you through the process. - Hojii haaraa tti seenuu barbaadduu? Yoo akkas tahe qophaa keessan miti; akka qorannoon mul'isutti. Umuriin kee, seenaan kee ykn Afaan Inglishii afaan kee isa jalqabaa ta’us, jijjiiramni hojii yeroo tokkotti yeroo ammaa kana waan hin oolle jechuun ni danda’ama. Australiakeessatti adeemsa kana keessa si gargaaruuf deeggarsi ni jira.

  45. 221

    Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature (Med) - Dabala: #107 Bineensota Bosonaa Kununsuu | Waa''ee Bineensota fi uumamaa dubbachuu (Giddu gala afaanii)

    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature. - Shaakala dabalaa kana irraa marii dhaggeeffachuun afaan irraa barattu. Dabala shaakalaa #107 dura dabarsinetti kan fufu Bineensota Bosonaa kununsuu akkasumas waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu kan jedhu yoo caqastan caalaatti afaan fooyyeffattu.

  46. 220

    How to buy Indigenous art and craft ethically in Australia - Akkaataa aartii fi hojii harkaa Abbootii Dachee Australia keessatti naamusaan bitannu- Australia Explained

    Buying Aboriginal and Torres Strait Islander art can be meaningful, but how do you know if it's real and ethical? Fake art is still a problem in Australia, and protections are still developing. This guide helps you understand what to look for, what questions to ask, and where to buy safely. By choosing carefully, you can support First Nations artists and their communities. - Aartii Aboriginal fi Torres Strait Islander bitachuun hiika of danda'e qabaataa, garuu dhugaa fi naamusa qabeessa tahuu akkamitti beekta? Aartiin fakkeeffamee hojjetamu amma illee Australia keessatti rakkina tahee jira, akkasumas tiki barbaachisu amma illee irratti hojjetamaa jira. Qajeelfamni kun maal akka barbaaddu, gaaffii akkam akka gaafattuu fi eessaa akka nagahoomaan bitattu hubachuuf si gargaara. Of eeggannoodhaan filachuudhaan, artistoota Saboota Duraa fi hawaasa isaanii tumsuun ni danda’ama.

  47. 219

    Have you considered a career in translating and interpreting? - Hojii Afaan hiikuu fi jijjiiruu hojjechuu yaaddee beektaa?

    Have you ever considered using your bilingual skills to assist others? A career in translating and interpreting might be for you. In Australia you can train for a TAFE certificate all the way to Master’s degree prior to getting certified. In this episode we help you navigate the pathway to becoming a qualified practitioner. - Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektuu? Hojiin afaan hiikkaa fi barreeffama jijjiiruu tarii siif taha. Australia keessatti, TAFE irraa barattee certificate argachuu irraa haga Sadarkaa masterii barachuu dandeessa, ogummaa Kanaan gahaa taatee hojjechuuf.

  48. 218

    #107 Protecting Wildlife | Talking about animals and nature (Med) - #107 Kununsa Bineensa Bosonaa |Waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu(giddu-gala afaanii)- Learn English

    Learn useful English for talking about animals, nature, and protecting wildlife. Practise everyday phrases for discussing threats to animals, expressing concern, and describing the environment. - Waa'ee bomeemsptaa , uumamaa fi akkaataa itti bineensota bosonaa kununsan waliin dubbachuu afaan irra fooyyawe dubbattu. Dhiibbaa bineensota irra gahuu malu, yaaddoo keessanii fi dhimma kununsa naannoo waliin dubbachuun jechoota adda addaa shaakalaa. Qophii kana dhaggeeffachuun afaan inglishii keessan daran fooyyeffattu.

  49. 217

    Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa

    Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.

  50. 216

    Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained

    Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa keessatti ayyaana guddaatti ilaalama. Garuu amantii kam iyyuu yoo tahe, namoota baay’ee Australia keessaaf Ayyaanni Easter boqonnaa dheeraa dhuma torbee irratti argataniin wali hidhata. Sochiiwwan alaa fi walga’ii hawaasummaa wajjin wal qabatas, yeroo kanattis qophiilee alatti taasisamuufii wal argee hawaasumaatu heddummata. Manni barmootaas cufamaa tahuu isaa irraa kan ka’e, ijoolleen duudhaa aadaa isaanii fi kabajatnaa adda addaa maatii waliin hirmaachuuf carraa hedduu argatu. saanti beekuu qabdan kunoo ti.

Type above to search every episode's transcript for a word or phrase. Matches are scoped to this podcast.

Searching…

We're indexing this podcast's transcripts for the first time — this can take a minute or two. We'll show results as soon as they're ready.

No matches for "" in this podcast's transcripts.

Showing of matches

No topics indexed yet for this podcast.

Loading reviews...

ABOUT THIS SHOW

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

HOSTED BY

SBS

Produced by SBS Audio

CATEGORIES

Frequently Asked Questions

How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?

SBS Afaan Oromoo currently has 50 episodes available on PodParley. New episodes are automatically indexed when they're published to the podcast feed.

What is SBS Afaan Oromoo about?

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

How often does SBS Afaan Oromoo release new episodes?

SBS Afaan Oromoo has 50 episodes. Check the episode list to see recent publication dates and frequency.

Where can I listen to SBS Afaan Oromoo?

You can listen to SBS Afaan Oromoo on PodParley by clicking any episode. We provide an embedded audio player for direct listening, and you can also subscribe via your preferred podcast app using the RSS feed.

Who hosts SBS Afaan Oromoo?

SBS Afaan Oromoo is created and hosted by SBS.
URL copied to clipboard!