EPISODE · Oct 29, 2025 · 16 MIN
Adam Mckenzie (HWPL) - Ijaarsa: Daandii Nageenya Addunyaa
from SBS Afaan Oromoo
Keessummaan keenya har’a Adam Mckenzy, Daarkteera waliigalaa seera idl-addunyaa HWPL Victoria ti. Nutis SBS Afaan Oromoo irraa HWPL (Heavenly Culture, World Peace, Restoration of Light) eenyu, maalis hojjeta kan jedhuu fi kkf? gaafatneen maqaan keenya “heavenly” yeroo jedhu amanitin waan walitti hidhata qabu namootni se’an jiru, garuu amantiis tahe siyaasa waliin hindhata tokko hin qabu jechuun ibse Adam. Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin wali hidhata qaba, waa’ee nagaa irrattis hojjeta jedhe Adam. Gaaff fi Deebii bali’naan kaafne itti dhihaadhaa.
Embed this episode
Ready to play
Adam Mckenzie (HWPL) - Ijaarsa: Daandii Nageenya Addunyaa
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.