EPISODE · Feb 5, 2025 · 12 MIN
Are you breaching copyright when using social media? - Yeroo saba himaalee (social media) fayyadamtan mirga abbummaa(copy right) cabsaa jirtuu?
from SBS Afaan Oromoo
Have you ever shared someone else’s video or music on social media without their permission? Chances are you were infringing their copyright. Understanding how copyright is applied will help you avoid awkward situations and potentially serious consequences. - Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera mirga abbummaa (copy right) cabsuu jedhama. Akkaataa mirgi abbummaa itti hojjii irra oolu hubachuun haalawwan rakkoo sitti fiduu danda'anii fi itti baha hin malle irraa akka baraaramtu si gargaara.
Embed this episode
Ready to play
Are you breaching copyright when using social media? - Yeroo saba himaalee (social media) fayyadamtan mirga abbummaa(copy right) cabsaa jirtuu?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.