Barmootni umriin hin daangeffamu- Obbo Iyyaasuu Innooroo episode artwork

EPISODE · May 9, 2024 · 6 MIN

Barmootni umriin hin daangeffamu- Obbo Iyyaasuu Innooroo

from SBS Afaan Oromoo

Obboo Iyyaasuu Innooroo, barnootni umuriin hin daangeffamu jedhu. Namootni barachuu yoo barbaadan carraan isaa jira, murteeffachuu, jabaatanii hojjechuudhaan keessa dabrama. Yoo baayyate waggaa 2 - 4 namatti fudhata, yeroof nama dhiphisuu danda'a hojii fi maatii waliin garuu ni jabaata garuu jabaatnaan keessa dabrama jedhu.

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published May 9, 2024

Embed this episode

Ready to play

Barmootni umriin hin daangeffamu- Obbo Iyyaasuu Innooroo

0:00 6:30

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of SBS Afaan Oromoo?

This episode is 6 minutes long.

When was this SBS Afaan Oromoo episode published?

This episode was published on May 9, 2024.

Can I download this SBS Afaan Oromoo episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!