EPISODE · Jun 4, 2025 · 12 MIN
Beyond books: How libraries build and support communities in Australia - Dhiheessii kitaabaa caalaatti: Manneen kitaabaa(libray) Australia hagam hawaasa gabbisaa jira
from SBS Afaan Oromoo
Australian public libraries are special places. Yes, they let you borrow books for free, but they also offer a wealth of programs and services, also free, and welcome everyone, from tiny babies to older citizens. - Manneen kitaabaa ummataa(Library) Australia iddoo addaati. Eeyyee, kitaabota bilisaan akka ergifattu siif hayyamu, garuu sagantaalee fi tajaajila hedduus ni kennu, akkasumas bilisaan, daa’imman xixiqqoo irraa kaasee hanga lammiilee maanguddooman hunda ni simatu.
Embed this episode
Ready to play
Beyond books: How libraries build and support communities in Australia - Dhiheessii kitaabaa caalaatti: Manneen kitaabaa(libray) Australia hagam hawaasa gabbisaa jira
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.