Boqonnaa ijoollee ilaalchisee Adde Fooziyaa Adam maal jedhu episode artwork

EPISODE · Jan 3, 2024 · 7 MIN

Boqonnaa ijoollee ilaalchisee Adde Fooziyaa Adam maal jedhu

from SBS Afaan Oromoo

Boqonnaan ijoollee, barmoota irraa haa boqotanuu malee amma illee kaan isaanii hojiin mana barumsaa irraa fudhatanii galan ni qabaatu. Warreen sadarkaa tokkoffaa haga tokko ji'a lama guutuu boqonnaa qabu. Haa tahuu, yeroo kanatti ijoolleen maal irratti dabarsu? maatii fi hawaasni maal gochuu qaba. Yaadi Adde Boontuu Mul'isaa, Adde Amiinaa Ali fi Adde Fooziyaa Adam wal fakkaata.

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Jan 3, 2024

Embed this episode

Ready to play

Boqonnaa ijoollee ilaalchisee Adde Fooziyaa Adam maal jedhu

0:00 7:56

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of SBS Afaan Oromoo?

This episode is 7 minutes long.

When was this SBS Afaan Oromoo episode published?

This episode was published on January 3, 2024.

Can I download this SBS Afaan Oromoo episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!