EPISODE · Mar 5, 2025 · 13 MIN
Cultural burning: using fire to protect from fire and revive Country - Aadaa lafa qoqa’uu: abiddaan abidda dhorkuu fi Biyya dandamachiisuu
from SBS Afaan Oromoo
Did you know that Indigenous Australians have been using fire to care for the land for tens of thousands of years? Evidence show that cultural burning practices not only help reduces the intensity and frequency of wildfires but also plays a vital role in maintaining healthy ecosystems. Experts share insights on the latest evidence behind this ancient practice. - Abbootiin Dachee Australia waggoota kuma kudhaniin lakkaa’amaniif lafa kunuunsuuf ibidda fayyadamaa akka turan beektuu? Ragaaleen akka agarsiisanitti, gochoonni gubaa aadaa ciminaa fi irra deddeebiin ibidda bosonaa hir’isuuf gargaaruu qofa osoo hin taane sirna eco fayya qabeessa ta’e eeguu keessatti gahee olaanaa qaba. Ogeeyyiin ragaalee yeroo dhiyootti gocha durii kana duuba jiran irratti hubannoo qooddatu.
Embed this episode
Ready to play
Cultural burning: using fire to protect from fire and revive Country - Aadaa lafa qoqa’uu: abiddaan abidda dhorkuu fi Biyya dandamachiisuu
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.