EPISODE · Sep 24, 2025 · 9 MIN
Dhalootni Haaraan beekumsa qabaniin Irreecha barruun guddisuu qabu - obbo Darajjee Fayisaa
from SBS Afaan Oromoo
Ji'i Fulbaanaa kun ji'a Irreechaa ti. Biyya dabalatee, bakka hawaasni Oromoo jiru maratti irreecha kabajuu eegalanii jiru. Asi Australia magaalaa Mellbourne keessattis hawaasni Dilbata kana ayyaana Irreechaa kabajuuf qophii irra jira. Nutis kanuma sababeeffannee qophii keenya torbee dabree irratti Qopheessitoota Ayyaana Irreechaa keessaa oobbo Olumaa qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa dubbifnee turre. Keessummaan keenya har'a ammoo Obbo Darajjee Fayisaa fi Obbo Aliyee Galatoo ti. Kutaan duraa kun Obbo Darajjee Fayisaa dubbise.
Embed this episode
Ready to play
Dhalootni Haaraan beekumsa qabaniin Irreecha barruun guddisuu qabu - obbo Darajjee Fayisaa
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.