EPISODE · May 21, 2025 · 1H 55M
Ep.229 Jaal Abbaabiyyyaa Abbaajabal Wajjin Seenaa Sabboonummaa fi Hawaasa Naannoo Jimmaa | 1/1
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Qabsaahaa hangafaa fi haftee qabsaawootaa kan tahan Jaal AbbaaBiyyaan marraa duraatiif miidiyaatti as-bahuun:Seenaa Sabboonummaan Oromo deebi'ee naannoo Jimmaa keessatti akka itti dagaage;Seenaa babball'achuu diinii Islaamaa naannoo Jimmaa keessatti;Mudannoo isaanii kan mana barnootaa Jimmaa fi Shaggaritti, yaroo Idigaat Zamachaa Idigaat Bahibraat fi mana hidhaa Karchallee keessatti;Malaas Zeenawi yaroo mana barnoota waliin turan keessaa waan irraa yaadatan;Taateewwan Parlaamaa Mootummaa Cehumsaa keessatti;Seenaa jiruu-jireenya ummataa naannoo Jimmaa fi waan kan biraa danuu gaggabaabsaan nuun qooddatu.Dhihaadhaa !!!
Embed this episode
Ready to play
Ep.229 Jaal Abbaabiyyyaa Abbaajabal Wajjin Seenaa Sabboonummaa fi Hawaasa Naannoo Jimmaa | 1/1
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.