EPISODE · Jun 29, 2025 · 2H 17M
Ep. 237 J. Abdiisaa - Bobbaa Biyyoota Ollaa Keessatti IBSO Jalatti Gaggeessaa Ture | 2/2
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kutaa lamaffaa fi maayyii kana gubbaatti, J. Abdiisaan:Erga biyyaa dirqamee bahee booda Somaaliyaa keessatti qabsoo IBSO jalatti gaggeessaa ture;Eirtraa keessatti ijaarsa Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromia keessatti qooda IBSO fii mootummaa Eritiraa wajjin qindoominaan dalagauuf karoora baafatn;Humna waraanaa ijaaruuf Suudan Kibbaan Dhihaa Xobiyaa seenuun tattaaffii godhaa ture, Taateewwan Keniyaa keessatti isa mudatee fi mudannoo heddu kan biraa nuun qooddata.Dhihaadhaa!!!
Embed this episode
NOW PLAYING
Ep. 237 J. Abdiisaa - Bobbaa Biyyoota Ollaa Keessatti IBSO Jalatti Gaggeessaa Ture | 2/2
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.