EPISODE · Jul 6, 2025 · 2H 54M
Ep. 239 J. Woldee- Ijoollee Herrega, Waayaadachuufi Maldhahuufaa Akkamiin Akka Barsiisaa Turan | 2/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kutaa lammaffaa kana keessatti Jaal Woldeen - uumama ijoollummaa isaaniitti argaa guddatan;- Ummatni akkamiin guyyaa bakka bakkatti qoodee gurmeeffataa ture;- Warri Tuulama akkamiin jireenya isaanii gaggeefataa turanii ?- Warri Tuulama ijoollee akkamiin manatti waan gara-garaa barsiisaa turan?- Warri ofii lafa hinqabne, warra Abbaalaafaaf maalfaa akka dalagaafii turan;- Warri Tuulama aadaasaanii dhalootaaf carraaqqii akkam jiraa gaggeessaa turan? Seenaa kanaafi kabiraa hedduu ball'inaan nuun qooddatu.Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
Ep. 239 J. Woldee- Ijoollee Herrega, Waayaadachuufi Maldhahuufaa Akkamiin Akka Barsiisaa Turan | 2/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.