EPISODE · Jul 9, 2025 · 3H 16M
Ep. 240 "Gaallinyaa" Mana Barnootaa Keessatti Dubbachuun Dhorkaa Ture - Adabni Dhaanicha | 3/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kurfii Sadaffaa kana keessatti Jaal W. Hurrisoon :- waggaa 65 dura ganda guddatan keessatti manni barnoota sadarkaa dura akkam ture? Barsiisaan beekumsa hagami qabaataa ture?- Gadaa san barattoota sadarkaa 1ffaa jiraniif carraan hojii waan akkam jiraafaa ture?- Haala Leenjiin Bariistoota Dabra Biraanitti gaggeefamaa ture,- mana barnootaa sadarkaa duraarraa eegalee, leenjii barsiisummaaf sanduubatti hujiitti ramadamanii aman dheera kana keessatti waan argan, muudannoo fii seenaa bara durii ball'inaan nuun qooddatu.Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
Ep. 240 "Gaallinyaa" Mana Barnootaa Keessatti Dubbachuun Dhorkaa Ture - Adabni Dhaanicha | 3/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.