Ep. 241  Qawwee, Boombii fi Rasaasa "Saamunaa Nawu" Jannee Makiinaatti Feenee Baaleetti Ergine | 4/9  episode artwork

EPISODE · Jul 13, 2025 · 2H 28M

Ep. 241 Qawwee, Boombii fi Rasaasa "Saamunaa Nawu" Jannee Makiinaatti Feenee Baaleetti Ergine | 4/9

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Jaal Woldeen kurfii afreessoo kana keessatti,- Barnootaaf yuunivaarsitiif Shaggar deemuufi haala 1970ta keessatti mullachaa ture,- Yuunivaarsitii keessatti diddaafi warraaqsa barattootni gaggeessaa turan,- Qabsaawootaafi hogganoota ABO waliin quunnamtii eegaluu,- Jaal Magarsaa waliin obbolummaafi jaallummaan waan waliin hojjachaa turan,- Idigaat Bahibraat Zamachaaf naannoo Wallootti bobbahuu,- Dirqama ABO fudhachuun godina Baalee, Shaggarfi Harar bobbahuun dirqama gara-garaa raawwataa turaniifi seenaa dheertu kan biroo ka bara 1970ta nuunqooddatu.Dhihadhaa!

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Jul 13, 2025

Embed this episode

NOW PLAYING

Ep. 241 Qawwee, Boombii fi Rasaasa "Saamunaa Nawu" Jannee Makiinaatti Feenee Baaleetti Ergine | 4/9

0:00 2:28:22

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 2 hours and 28 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on July 13, 2025.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!