EPISODE · Jul 20, 2025 · 1H 45M
Ep. 243 Rakkoo Jaallan Maadhee Shaggar Turte Jidduutti Argame furuuf Namni Dirreerraa Ergame | 6/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kurfii 6ffaa kana gubbaatti J Woldeen jaallan magaalaa keessatti hafan- Hogganootni magaalaa gad-dhiisanii hoggu deeman haala ture,- Warra dirree jiru tinnisuuf carraaqqii godhama turan,- Tattaaffii Jaallan magaalaa keessatti hafan of deebisanii gurmeessuuf godhaa turan,- Rakko kamtuu J. Muheen dirreerraa akka Shaggar dhufu sababaa taateef,- Erga DARGUUn hidhaatti isaan guuree booda hariiroo dhaabaa waliin turee- hidhaa bahani haala isaan mudateefii seenaa kan biroo hedduu nuun qooddatuDhihaadhaa!
Embed this episode
Ready to play
Ep. 243 Rakkoo Jaallan Maadhee Shaggar Turte Jidduutti Argame furuuf Namni Dirreerraa Ergame | 6/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.