EPISODE · Jul 30, 2025 · 2H 47M
Ep. 246 Bilisummaa Oromiyaaf Warraaquurraa Bilisummaa Oromoo Qofaaf Qabsaahuun Nun'sakaallee ? |9/9
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kabjamoo hordoftoota keeenya, seenaan Jaal Woldeerraa barannuu xumura geesse. Kurfii sagleessoofi ka maayyii kana keessatti, Jaal Woldeen:- Qoqqoodamu ABO keessatti mull'ate ture,- Kora EritIraa keessatti ABOn gaggeeseefi waldhabbii hogganoota jidduutti uumame hiikuuf tattaaffii godhame,- Koloneel Irreessaa Caalaa waliin walargani yaada waljijjiirratan,- Garaagarummaa kaayyoo hogganoota ABO jidduutti mullateefi bifa inni biyya ambaa keessatti calaqisaa tureefi seenaa qabsoo Oromoon gaggeessaa tureefii mudannoo baayyee keessa dabran ballinaan nuunqooddatu.Dhihaadhaa!!
Embed this episode
Ready to play
Ep. 246 Bilisummaa Oromiyaaf Warraaquurraa Bilisummaa Oromoo Qofaaf Qabsaahuun Nun'sakaallee ? |9/9
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.