EPISODE · Aug 3, 2025 · 2H 32M
Ep. 247 Dhiira Bobbaasnes-Galchinees. Bilisummaa Keenyaaf Jacha Muka,Qocaafi Karkarroo Nyaanne |1/1
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Kurfii kana keessatti hamba qabsaawoota, Jaal Raggaatuu Roobaan:Ijollummaa eegaltee qabsoo bilisummaa Oromiyaa keessatti qooda gumaachaa turte,Shamarraan qabsaawoota ka waliin dirree turaniifi qoodasaani, Jaallan heddu kawaliin qabsaawaa turanii,Deemsa qabsoo keessatti waan isiifi maati mudate keessaa kan yaadattu gaggabaabsaan nuun qooddatti.Dhihaadhaa!
Embed this episode
Ready to play
Ep. 247 Dhiira Bobbaasnes-Galchinees. Bilisummaa Keenyaaf Jacha Muka,Qocaafi Karkarroo Nyaanne |1/1
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.