EPISODE · Aug 10, 2025 · 1H 4M
Ep. 249 Qissaa Sulxaan Abbaajoobir Xilyaanii Deemuun Mussoliniin Walarguusaani - Obb. Jawad | 2/3
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Ob. Jawad bakka kurfii duraa dhaaberraa eegalee , seenaa mootummaa Jimma, bulchiinsa Abbaa Joobiirraa eegalee;Seenaa masjiida Makkaatti ejaarame,Iyyannaa mootummaa Ingiliiziitti ergame,Iyyannaa mootummaa Xiliyaanitti ergame,Bara waraanaa, jiruu bara Xiliyaaniifi qissaa danuu kan biraa nuun qooddataDhihaadhaa !!
Embed this episode
Ready to play
Ep. 249 Qissaa Sulxaan Abbaajoobir Xilyaanii Deemuun Mussoliniin Walarguusaani - Obb. Jawad | 2/3
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.