EPISODE · Jun 4, 2025 · 2H 4M
Ep232 Jaal Magarsaa - Warri ABO "Ilmaan Abbaa Lafaati" Jachaa DARGUUn Ummatatti Himaa Ture | 2/4
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Jaal Magarsaan kurfii lammafaa kana keessatti bakka kutaa duratti itt dhaaberraa itti fufuun,Dirqama gara-garaa itti laatameen bakka adda addaatti ramadamee waan hojjachaa ture;Dirqama ummata keessatti akka dalaga itti kenname hoggu raawwachaa jiruu waan huubate;Kora Sabaa qopheessuuf tattaaffii godhamaa turee fi Haala Korri Sabaa itti gaggeefame;Haala qabsoon, qabsaawootnii fi dhaabni keessa ture;Jala bultii kufaatii mootummaa DARGU haala humni keessa ture;Taateewwan bara mootummaa Cehumsaa dhaabaa fi qabsaawoota mudataa turan, fi Guyyaa maayyii kaampii gad-dhiisanii bahuu keessatti waan mumullataa turan keessaa waan yaadatu mara nuun qooddata.
Embed this episode
NOW PLAYING
Ep232 Jaal Magarsaa - Warri ABO "Ilmaan Abbaa Lafaati" Jachaa DARGUUn Ummatatti Himaa Ture | 2/4
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.