EPISODE · May 29, 2024 · 12 MIN
Ga'eesummaatti barmoota barachuuf murteeffattee ka'uu barbaachisa- obbo Aliyee Galatoo
from SBS Afaan Oromoo
Obbo Aliyee Galatoo, barnootni akka dirqamaa tokkotti kan ofitti fudhatani dha jedhu. Jireenyi kamuu bu'aa bahii qaba garuu waan tokko akkasan godha, nan danda'a jedhanii yoo ofitti himan waan hin milkoofneef hin jiru jedhu. Namnootni dura jireenya jalqaban warreen boodaan dhufan gargaaruunis karaa dha, namoota hariiroo waliin tolfattu waan daandii keen wal gitu yoo tahe ykn dandii ati itti adeemuu fedhtuun kan wal simu yoo tahe hiriyummaa gati-qabeessas waliin yoo tahe kaayyoo kee bakkaan geessas jedhu.
Embed this episode
Ready to play
Ga'eesummaatti barmoota barachuuf murteeffattee ka'uu barbaachisa- obbo Aliyee Galatoo
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.