EPISODE · Mar 12, 2025 · 12 MIN
How can government payments support you? - Kaffaltiin mooummaa akkamiin si gargaara?
from SBS Afaan Oromoo
The Australian government has a social security system that provides a range of income support to those who are eligible . In fact, most people will receive a government payment at some stage in their lives. Strict rules determine who can receive these payments and how much they are paid. In this episode of Australia Explained we break down some of the most common government payments you may be entitled to. - Mootummaan Australia warra gargaarsaaf gahoo tahaniif sirna ittiin gargaarsa maallaqaa adda addaa kennu qaba. Dhugumatti, namootni baayyeen jireenya isaanii keessatti yeroo tokkotti gargaarsa maallaqaa mootummaa irraa ni argatu. Eenyu gargaarsa maallaqaa kana argachuu akka qabu seerri cimaan ittiin murteessantu jira, hagam argachuu akka qaban dabalee. Qophii akka itti Awustraaliyaan ibsamtu jedhu kana keessatti gargaarsa mootummaan kennu hedduu, kan tarii ati gahaa itti tahuu maltu tokko tokkoon ilaalla.
Embed this episode
Ready to play
How can government payments support you? - Kaffaltiin mooummaa akkamiin si gargaara?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.