EPISODE · Sep 20, 2023 · 12 MIN
How do you prepare for the Australian citizenship test? - Qormaata lammummaa Australiaf akkamiin qophoofta
from SBS Afaan Oromoo
Becoming an Australian citizen is an exciting and rewarding experience for many migrants. But to achieve citizenship, you must first pass the Australian citizenship test. It measures your knowledge of Australia's history, culture, values, and political system. - Qormaata lammummaa Australia fudhachuuf qohaawuu barbaachisa. Namoota Australia dhufan bayyeedhaaf lammummaa Australia fudhachuun gammachiisaa fi mirqaansaa dha. Garuu lammummaa argachuuf jalqaba qormaata lammummaa Australia dabruutu nama irraa jira. Qormaatichi dandeettii namaa kan akka seenaa, aadaa, gati-qabeessummaa Australia fi sirna siyaasaa Australia hagam akka namni beeku madaaluuf taha.
Embed this episode
Ready to play
How do you prepare for the Australian citizenship test? - Qormaata lammummaa Australiaf akkamiin qophoofta
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.