How is alcohol regulated and consumed in Australia? - Australia keessatti to’annaa fi fayyadamni alkoolii akkam? episode artwork

EPISODE · Sep 10, 2025 · 13 MIN

How is alcohol regulated and consumed in Australia? - Australia keessatti to’annaa fi fayyadamni alkoolii akkam?

from SBS Afaan Oromoo

In Australia, alcohol is often portrayed as part of social life—especially at BBQs, sporting events, and public holidays. Customs like BYO, where you bring your own drinks to gatherings, and 'shouting' rounds at the pub are part of the culture. However, because of the health risks associated with alcohol, there are regulations in place. It’s also important to understand the laws around the legal drinking age, where you can buy or consume alcohol, and how these rules vary across states and territories. - Australia keessatti yeroo baayee alkooliin akka qaama jireenya hawaasummaatti kan mul’atu dha-keessumaa bakka BBQ, taateewwan ispoortii fi ayyaana ummataa irratti. Aadaan akka(Kee Fudhuu Kottu) BYO, bakka wal gahamu irratti dhugaatii mataa keetii fiddee akkasumas mana dhugaatii keessatti wacan taphachuun qaamuma aadaa ti. Haa tahu malee, balaa fayyaa alkooliin walqabatee dhufu irraa kan ka'e dambiiwwan hojii irra oolan jiru. Akkasumas seerota kanneen akka umuriin itti dhugaatiin ehamamuu hubachuun barbaachisaa dha. Keessattuu, umurii hagamtu alkoolii bituu ykn dhuguun ehamaamf kan jedhuu fi seerota guutummaa biyyaa fi naannolee keessa jiran hubachuun barbaachisaa dha.

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Sep 10, 2025

Embed this episode

Ready to play

How is alcohol regulated and consumed in Australia? - Australia keessatti to’annaa fi fayyadamni alkoolii akkam?

0:00 13:29

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of SBS Afaan Oromoo?

This episode is 13 minutes long.

When was this SBS Afaan Oromoo episode published?

This episode was published on September 10, 2025.

Can I download this SBS Afaan Oromoo episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!