EPISODE · Apr 16, 2025 · 11 MIN
How to choose the right tutor for your child - Akkaataa barsiisa (tutor) daa'ima keessaniif ta'u filachuu dandeessan
from SBS Afaan Oromoo
Tutoring is a booming industry in Australia, with over 80,000 tutors nationwide. Migrant families often spend big on tutoring, seeing education as the key to success. However, choosing the right tutor is essential to ensure a positive experience and real benefits for your child. - Australia keessatti barsiisni industrii guddaa fi guddachaas jiru yeroo tahu, guutuu biyyaa keessa gara 80,000 oltu jiru. Maatiin godaantotaa yeroo baayyee barsiisa irratti maallaqa guddaa baasu. Garuu dhugaa dubbachuuf bu’a qabeessaa fi faayidaa gaarii kan kennu waan taheef, ijoollee keessaniif barsiisa gaarii arguufiin akkaan barbaachisaa dha.
Embed this episode
Ready to play
How to choose the right tutor for your child - Akkaataa barsiisa (tutor) daa'ima keessaniif ta'u filachuu dandeessan
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.