EPISODE · Jan 10, 2024 · 11 MIN
How to get an Australian driver’s licence - Akkaataa Hayyama Konkolaachisummaa Australia itti argattan
from SBS Afaan Oromoo
Driving a car offers independence and increases job opportunities, but it also comes with the great responsibility of keeping roads safe. In Australia, drivers need to pass several assessments before they become fully licensed. Migrants may be eligible to convert their overseas licences to Australian ones through an abridged process, but this depends on their personal circumstances. - Konkolaataa oofuun of danda'u fi carraa hojii bal'isuu irratti gahee guddaa qaba, garuu itti gaafatamummaa guddaa kan gaafatuu fi nagoomaa daandii hubachuu kan barbaadu dha. Australia keessatti konkolaataa oofuuf hayyama guutuu argachuun dura qormaata adda addaa kennamu dabruutu nama irra jira. Godaantotni tarii waraqaa biyya biraa irraa fidan gara kan Australiyaatti jijjiirrachuu malu, garuu adeemsaa adda addaa fi haala nama dhuunfaa sanii irratti hundaawee ti.
Embed this episode
Ready to play
How to get an Australian driver’s licence - Akkaataa Hayyama Konkolaachisummaa Australia itti argattan
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.