EPISODE · Jul 17, 2024 · 12 MIN
How to lodge your tax return in Australia - Australia keessatti taaksii kee hojjechiisuu
from SBS Afaan Oromoo
In Australia, 30 June marks the end of the financial year and the start of tax time. Knowing your obligations and rebates you qualify for, helps avoid financial penalties and mistakes. Learn what to do if you received family support payments, worked from home, are lodging a tax return for the first time, or need free independent advice. - Australia keessatti, Waxabajjii (June) 30 xumura bara herrega maallaqaa fi yeroo itti gibira hojjechiisan dha. . Dirqama kee fi waa sii debi''uuf gahaa tahuu kee beekuun adaba maallaqaa fi dogoggora hojjechuu irraa si oolcha. Kaffaltii deeggarsa maatii yoo argatte tahe, hojii mana irraa hojjette yoo tahes, akkasuma ammoo yeroo jalqabaaf taaksii hojjechiista yoo tahe, gorsa dhuunfaa bilisa si barbaachisuu maluuf maal akka goodhtu hubadhu.
Embed this episode
Ready to play
How to lodge your tax return in Australia - Australia keessatti taaksii kee hojjechiisuu
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.