EPISODE · Jul 3, 2024 · 11 MIN
How to recycle electronic items and batteries in Australia - Australia keessatti meeshaalee elektrooniksii fi baatriiwwan akka itti deebisanii ofi irraa ergan
from SBS Afaan Oromoo
Many common household items such as mobile phones, TVs, computers, chargers, and other electronic devices, including their batteries, contain valuable materials that can be repurposed for new products. Electronic items we no longer use, or need are considered e-waste. Across Australia, there are government-backed programs available that facilitate the safe disposal and recycling of e-waste at no cost. - Meeshaaleen mana keessaa beekamoo ta’an hedduun kanneen akka bilbila harkaa, TV, kompiitara, chaarjii fi meeshaaleen elektirooniksii biroo, baatirii isaanii dabalatee, meeshaalee gatii guddaa qaban kanneen oomisha haaraadhaaf irra deebi’anii fayyadamuu danda’an of keessaa qabu. Meeshaaleen elektirooniksii nuti kana booda itti hin fayyadamne, ykn nu hin barbaachifne akka balfa-elektirooniksiitti ilaalamu. Guutummaa Australia keessatti sagantaaleen mootummaan deeggaraman kanneen balfa-elektirooniksii baasii tokko malee haala nageenya qabuun gatuu fi deebifamee ergamu taasisuuf haala mijeessan jiru.
Embed this episode
Ready to play
How to recycle electronic items and batteries in Australia - Australia keessatti meeshaalee elektrooniksii fi baatriiwwan akka itti deebisanii ofi irraa ergan
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.