EPISODE · Feb 7, 2024 · 10 MIN
How to resolve disputes with your neighbours in Australia - Australia keessatti waldhabbii ollaa waliinii akkamiin furtu
from SBS Afaan Oromoo
Home is supposed to be the place where we feel most comfortable. But our comfort zone can be shattered when we don’t get along with our neighbours. Here's how you can resolve a neighbourhood dispute without going to court. - Manni bakka baayyee gammachuun keessa jiraatamu dha. Garuu yoo olla waliin walii galteen hin jiraatne gammachuun kun tasa baduu danda’a. yeroo tokko tokko gochii fi amalli olla dhiibbaa hamaa nama irraan gahuu danda’a. utuu seera bira hin dhaqin waldhabbii ollaa waliinii akka itti furattan ibsame.
Embed this episode
Ready to play
How to resolve disputes with your neighbours in Australia - Australia keessatti waldhabbii ollaa waliinii akkamiin furtu
No transcript for this episode yet