EPISODE · Oct 11, 2023 · 11 MIN
How to sell your second-hand car in Australia - Australia keessatti konkolaataa keessan gurgurachuuf wanneen beekuu qabdan
from SBS Afaan Oromoo
Depending on where you live in Australia, selling a second-hand car differs. Regardless of your state or territory, the following checklist can help you navigate your vehicle selling experience successfully and stress-free. - Australia keessaa bakka jiraattan irratti hundaawee, akkaataan konkolaataa harka-lammaffoo gurguruu adda adda. Kutaa kam ykn naannoo kamuu yoo jiraattan waanneen barbaachisoo tahan hubachuun konkolaataa keessan dhiphina tokko malee gurgurachuuf isin gargaara. Akka tilmaamamutti Australia keessa gabaan konkolaataa moofaa, harka sadii gabaa konkolaataa haarawa caala.
Embed this episode
Ready to play
How to sell your second-hand car in Australia - Australia keessatti konkolaataa keessan gurgurachuuf wanneen beekuu qabdan
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
Jan 27, 2026 ·39m