EPISODE · Sep 24, 2025 · 13 MIN
How to start your home business in Australia - Australia keessatti daldala mana keessaa hundeessuu
from SBS Afaan Oromoo
Did you know that people offering taxi services from home need to register for Goods and Services Tax (GST)—regardless of how much they earn? Or that a fitness instructor needs local council approval to see clients at home? In this episode, we unpack the basic rules you need to know when setting up a home-based business in Australia. - Namoonni mana irraa hojii taaksii oofuu hojjetan Gibira Meeshaalee fi Tajaajiloota (GST) galmaa’uu akka qaban beektuu—galii hangam iyyuu yoo argatan? Akkasumas barsiisaan jabina qaamaa(fiitness ) maamiltoota mana keessatti arguuf hayyama gumii naannoo akka barbaadu beektuu? Kutaa kana keessatti, seera bu’uuraa yeroo daldala mana keessatti Australia keessatti hundeessitan beekuu qabdan tokko tokkoon ilaalla.
Embed this episode
Ready to play
How to start your home business in Australia - Australia keessatti daldala mana keessaa hundeessuu
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.