Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa episode artwork

EPISODE · May 21, 2025 · 6 MIN

Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa

from SBS Afaan Oromoo

Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin uccuu aadaan faayamanii kan argaman ture. Ayyaanni Irreechaa kun eebbaan jalqabe, ganna biqiqltuu lafa buusan, abdiin itti eeggatan tahuus abbootiin haasawa godhan dubbataniiru.

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published May 21, 2025

Embed this episode

Ready to play

Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa

0:00 6:35

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of SBS Afaan Oromoo?

This episode is 6 minutes long.

When was this SBS Afaan Oromoo episode published?

This episode was published on May 21, 2025.

Can I download this SBS Afaan Oromoo episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!