EPISODE · Jun 3, 2024 · 6 MIN
MiniPod: If a dog chews shoes | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Yoo Sareen kophee nyaatte | Shaakala Loqodaa waliin
from SBS Afaan Oromoo
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh). - Daqiiqaa shan kana keessatti Janice Petersen dhaggeeffachuudhaan loqoda afaanii keessan baayyee fooyyeffattu. Kanneen akka /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh) akkasii akkamitti yaamamu kan jedhu barachuuf isin gargaara. Australia keessatti hojjechuunis tahe jireenyaan afaan inglishii beekuun bu'a qabeessa waan taheef kun daran isin gargaaraa caqasaa.
Embed this episode
Ready to play
MiniPod: If a dog chews shoes | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Yoo Sareen kophee nyaatte | Shaakala Loqodaa waliin
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.