EPISODE · Oct 15, 2025 · 10 MIN
Road trips in Australia: What you need to know before hitting the road - Australia keessa imala karaa: Imala utuu hin eegalin waan beekuu qabdan
from SBS Afaan Oromoo
There’s no better way to experience Australia than hitting the road. Between the wide-open landscapes, country bakery pies, and unexpected wildlife, a road trip lets you take in the country at your own pace. But even if you’ve driven overseas, Australia comes with its own set of challenges, especially when you venture off the beaten path. - Australia beekuuf Imaluun alatti karaan biraa hin jiru. Lafa bal’aa, nyaata mana daabboo baadiyyaa irra hojjetamee bahu,bineensota akka tasaa sitti bahan agarta, imalli karaa yeroo ofii keetiitti biyya keessa akka adeemtu si gargaaru. Garuu yoodhuma illee biyya biraatti oofaa turte tahe Australiyaan qormaata ofii ishee qabdi, keessattuu karaa tolchamaa irraa yeroo baatu.
Embed this episode
Ready to play
Road trips in Australia: What you need to know before hitting the road - Australia keessa imala karaa: Imala utuu hin eegalin waan beekuu qabdan
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.