EPISODE · Feb 19, 2021 · 45 MIN
S.1 Ep.10. Diigamu Sirna Fedaraala Sabdaneessaa
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- Jaarmayaaleen Oromo diigamu sirna federaala sabdaneessaa hambisuuf uummata sossoosuuf qophii fii humna itti qabu? - Aktivistootni/qabsaa'otni sirna haarayaa Ijaaramaa jiru falmuuf gurmuu akkami qabuu? Gurmuu akkamii jalatti ijaaramuutu daran isaan jabeessu malaa? - Ummatni Ball'aan sirni Neoliberaalizmii biyya keessatti utubamaa jiru kun miidhaa akkamii irraan dhaqabsiisu akka malu huubatnoota gayaa argataa jiraa?
Embed this episode
NOW PLAYING
S.1 Ep.10. Diigamu Sirna Fedaraala Sabdaneessaa
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.