EPISODE · Mar 5, 2021 · 1H 3M
S.1 Ep.12. "Sirni Gabbaarummaa Haareeysi As Deemaa Jira"
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Episode (qophii) tanarratti: - Aduunyaan ta gartuun xiqqaan daangaa-dabraan irratti tujaaraa jirtuufii ummatni ball'aan ammo daran itti hiyyoommtaa jiru tun garam jall'ataa jirtii? - Sirni Gabbaarummaa haareeysi biyyoota kam gubbaat ijaarmaa jiraa? - Sirni Gabbaarummaa haareeysi kun maal fakkaataa? Warra kamtu irraa fayyadeeffata? - Sirni Gabbaarummaa haareeysi adunyaa gubbaat diriiraa jiraa sodaatamu kun maalirraatti hundaahaa? - Xobiyaafii biyyotni teknoloojiin haga ammaa hinbayyanatne sirna kana jalatti cabanii kufuurraa of dandamu woyi dandayaani? - Sirni Gabbaarummaa haareeysi as deema jadhamu kun jiruu matayyaarratti dhiibbaa akkam jiraa faa fiduu malaa? Gaaffiilee armaan olitti tarreeffamaniifi tabiroollee kitaaba, "Sirna Gabbaarummaa Haareeysa As Deemaa"(The Coming of Neo-Feudalism) jadhamtu ka Joel Kotkin barreesse haxareeruun ball'inaan deebi laachuuf tattaaffiin godhama.
Embed this episode
NOW PLAYING
S.1 Ep.12. "Sirni Gabbaarummaa Haareeysi As Deemaa Jira"
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.