S.1 Ep.15. Duula Waraanaa Oromo Walloorratti Labsamee fii Dhiibbaa Warra Xobiyaafi Eritraarrat Godhamaa Jiru episode artwork

EPISODE · Mar 26, 2021 · 47 MIN

S.1 Ep.15. Duula Waraanaa Oromo Walloorratti Labsamee fii Dhiibbaa Warra Xobiyaafi Eritraarrat Godhamaa Jiru

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

-  Abiy Ahmaad Parlaamaa warraa gubbaat Xobiyaa guutuu Amaareessuuf muratee ka'uu isaa ifate hime  -  Oromoon ballo'oon Oromo Walloo waltajii hawaasummaa gubbaatti bifa mishaa taheen mull'isaa jiraa? Moo ummata lola malee waan biraa   hinbeekne godhee fokkisiisaa jira? -  Oromoo Walloo sooshaal midiyaa gubbaat bifa kamiin midhaagsaan mull'isuun isaaniif bu'aa qaba?  -  Ziyaara Senator Chris Coons Xobiyaat godheefii bu'aa isaa -  Qoqqobbi warri  Awuroopa seera 'European Magnitsky Act ' hujiirraa oolchun fudhatan -  Warri Awuroopa if Ameerikaa gamataan dhiibbaa Xoobiyyaafii Eritraarratti godhaa jiran  -  Mana Marii Ol'aanaa Ameerika Murtee (S. RES. 97) dabarse keessaa warra jajajjaboo tahan

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Mar 26, 2021

Embed this episode

Ready to play

S.1 Ep.15. Duula Waraanaa Oromo Walloorratti Labsamee fii Dhiibbaa Warra Xobiyaafi Eritraarrat Godhamaa Jiru

0:00 47:57

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 47 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on March 26, 2021.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!