EPISODE · Jan 15, 2021 · 50 MIN
S.1 Ep.5. Biyti Tokko Guddataa Jirti Hogguu Jadhamu Maalfaatu Guddate ?
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
GDP (Gross Domestic Product) maal? Maal faatu walitti heerregamaa? GDPn guddina biyya tokkorraa maal faa himti? Maal faa himuurraa hanqattii? GDP male mizaanni guddina/badhaadhina biyya tokko ittiin heerragan kam faatu jiran? Diinagdeen biyya tokko haga maalitti guddataa? Diinagdeen garamitti guddataa ykn daangaan isaa eessa? Aduunyaan amma keessa jirru tun mull'ata "diinagdee guddisuu" jadhamtu akkamiin simattii? Bifti aduunyaan diinagdee itti gurmeessite fi ittiin fayyadamaa as geessen tun guddina waaraa argamsiisaa?
Embed this episode
NOW PLAYING
S.1 Ep.5. Biyti Tokko Guddataa Jirti Hogguu Jadhamu Maalfaatu Guddate ?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.