EPISODE · Jan 29, 2021 · 48 MIN
S.1 Ep.7 Warri Teknoologii Haarayaa fii Kuwwan Hafanis Maal Nurraa Fedhan? Maal Nurraa Guuraan? Garam Nuun Deemaa Jiran?
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Odeeysa --- Warri "Wall Street" fii Caayaan "Reddit" (WallStreetbets) jadhaman maaf kaampaani "GameStop" jadhamturratti walhadhan? Robot( Artificial General Intelligence) sadarkaa amma itti jirurraa fii garama akka guddataa deemaa jiru gabaabasaan walhuubachiisu. Kitaaba, "The Age of Surveillance Capitalism" kan aduunyaan guutuun faarsitee fii irraallee dubbataa jirtu warra amma dura hindubbisneef gabaasa gabaabdu.
Embed this episode
Ready to play
S.1 Ep.7 Warri Teknoologii Haarayaa fii Kuwwan Hafanis Maal Nurraa Fedhan? Maal Nurraa Guuraan? Garam Nuun Deemaa Jiran?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.