S.1 Ep.8. Hegereen Biyyaa (nation state) Maal Fakkaataa? episode artwork

EPISODE · Feb 4, 2021 · 1H 11M

S.1 Ep.8. Hegereen Biyyaa (nation state) Maal Fakkaataa?

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

- Gadaa keessa jirrutti, biyyaaf jacha wareegama lubbuu kafaluun bu'aan isaa maal? Dantaa eenyu kabajsiisuuf? - Aduunyaa keessatti qoodni "biyya"a guddataa mo dhiqqaataa deemaa jira? - Qabsoon Oromoo bifa aduunyaan itti jirtuufi daandii isiin irra qajeelaa jirtu hordofee demaa jiraa? - "Yellow/Orange" namni ambaa heeduun, warra "Guantanamo/Gitmo" hidhame turee; tuuta Buddhahaa biyya Maynmar(Burma) Musliimoota Rohingaya galaafataa turee; fii "Yellow Vest Movement" ka biyya Faransaayiin walitti hidhee sammuu qaba.  Duuba "Oromo Yellow Movement" kuwwanirraa adda of baasee beekkamti argatuufii milkaahu ni dandahaa?

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Feb 4, 2021

Embed this episode

NOW PLAYING

S.1 Ep.8. Hegereen Biyyaa (nation state) Maal Fakkaataa?

0:00 1:11:06

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 1 hour and 11 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on February 4, 2021.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!