S.5 Ep. 67 Dr. Buzunaa- Barsiisaa Polotikaa - Wajjin Waahee Federaalummaarraa Marii Gaggeessine--- Kutaa Duraa. episode artwork

EPISODE · Jun 12, 2022 · 56 MIN

S.5 Ep. 67 Dr. Buzunaa- Barsiisaa Polotikaa - Wajjin Waahee Federaalummaarraa Marii Gaggeessine--- Kutaa Duraa.

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Waltajii siyaasaa gubbaatti warri gariin, "nuti humna Federaalaawaati. Warri kaan warra Unitaari. Wara nyaapha federaalummaa sab-daneessaati" jadhani himatu. Garuu, nama hagamtu waan sirni Federaalummaan tahe sirriitti keessa beeka? Deebi gaaffii  kanaafi kan kkf danuu isaaniitiif marii kanarraa argattu. Marii kana keessatti: waan sirna Federaalummaa ilaalchisee gaaffiilee gurguddoo isin qabaachaa turtan marti deebii quubsaa argatu. Kanaaf, jalqabaa kaastanii hamma dhumaatti yoo obsaan caqastan waahee federaalummaa, wahee sirna federaala Xobiyaarraa huubannoota gahaa akka oomishattan waadaan isinii seena. Kanaaf, qalbiin akka caqastan kabajaan isin affeeraa- dhihaadhaa!

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Jun 12, 2022

Embed this episode

Ready to play

S.5 Ep. 67 Dr. Buzunaa- Barsiisaa Polotikaa - Wajjin Waahee Federaalummaarraa Marii Gaggeessine--- Kutaa Duraa.

0:00 56:10

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 56 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on June 12, 2022.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!