EPISODE · Jul 3, 2022 · 40 MIN
S.5 Ep. 70 Kitaaba Jonathan Aldred, "Licence to be Bad " Irraa Gabaabdu Dubbanna
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
- Hawaasni Amma keessa jirru kun yaada eenyurratti utubame ijaarame? - Uuma ilmanamaa seeti akkam jiraarratti utubanii yaada isaani ijaarratan? - Waggoota 50 dabran keessatti Jijjiirmaa gama siyaasaa, hawaasummaafi diinagdee mull'ataniif eenyuufaatu qooda guddaa qaba? Yaada akkam jiraa maddisiisani? Gaaffilee kkf deebi Kitaabni kun laaterraa gaggabaasuun waluma hawwachiisuuf dhiheessina. Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
S.5 Ep. 70 Kitaaba Jonathan Aldred, "Licence to be Bad " Irraa Gabaabdu Dubbanna
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.