EPISODE · Aug 14, 2022 · 38 MIN
S.5. Ep. 76. Gaanfa Afrikaa Keessatti Humnoota Kamtu Warra Lafaa Meeshaa Godhate Wal-lolaa, Jiraataa Ture?
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Sagantaan torban kanaa, yaada dhuunfaa dubbii seena Gaanfa Afrikaarraa haga muraasa dubbachu taha. Gaanfa Afrikaa keessatti humnoota kamtu bara dheeraaf walhadhaa ture? Seenaa lolaa humnootni kun ol-aantummaaf gaggeessaa turan seenaa ummatoota warra lafaati jachuu dandeenyaa? Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
S.5. Ep. 76. Gaanfa Afrikaa Keessatti Humnoota Kamtu Warra Lafaa Meeshaa Godhate Wal-lolaa, Jiraataa Ture?
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.