EPISODE · Sep 25, 2022 · 57 MIN
S.5 Ep. 82 Preezidaant Nyerere Maaltu Hogganoota Afrikaarraa Addasa Godhee? Kutaa I
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Qophii torban kanaa keessatti: - Seenaa Taanganyikaa; seenaa Zanzibaarfi seenaa ijaarsa biyya Tanzaaniyaa - Seenaa Preezidaantii Taanganikaafi Taanzaaniyaa jalqabaa kan ture Mwalimu Juliyaas Nyerere - Madda Ujamaa(African Socialism) irraa gaggabaabsinee warra amma dura hindhageenye dhageesisna. Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
S.5 Ep. 82 Preezidaant Nyerere Maaltu Hogganoota Afrikaarraa Addasa Godhee? Kutaa I
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.