S.5 Ep. 83. Taanzaaniyaa Kolonii Jalaa Baasanii Ummata Bilisummaa Goonfachiisan Moo...? Kutaa 2ffaa episode artwork

EPISODE · Oct 2, 2022 · 1H 22M

S.5 Ep. 83. Taanzaaniyaa Kolonii Jalaa Baasanii Ummata Bilisummaa Goonfachiisan Moo...? Kutaa 2ffaa

from ILMAORMAA · host Ilmaormaa

Baga Irreecha 2022n Isin Mara Gahe!! Qophii hardhaa keessatti: Qabsaahoonni Taanzaaniyaa bilisummaa biyyaa booda ummata ofii walabummaafii kabajaan bulchaa turan moo akkuma warra koloneeffataa mooti qorkee itti tahan? - Kaayyoon "Ujamaa" maal ture? Itti milkaahan moo ni hoongahan? - Mula'at "Arushaa Declaration" jadhamee beekamu maaliif labasan? Mul'atasan hoo hojiitti jijjiiru dandahani? - Bobbaa ummata ganda-gandatti kufeessuu (Ujamaa villages) fii kkf irraa gaggabaabsaan dubbanna. Dhihaadha

Episode metadata supplied by the publisher feed · Published Oct 2, 2022

Embed this episode

NOW PLAYING

S.5 Ep. 83. Taanzaaniyaa Kolonii Jalaa Baasanii Ummata Bilisummaa Goonfachiisan Moo...? Kutaa 2ffaa

0:00 1:22:04

No transcript for this episode yet

We transcribe on demand. Request one and we'll notify you when it's ready — usually under 10 minutes.

No similar episodes found.

No similar podcasts found.

Frequently Asked Questions

How long is this episode of ILMAORMAA?

This episode is 1 hour and 22 minutes long.

When was this ILMAORMAA episode published?

This episode was published on October 2, 2022.

Can I download this ILMAORMAA episode?

Yes. Use the download control on the episode player to save the publisher-provided media file.
URL copied to clipboard!