EPISODE · Oct 9, 2022 · 1H 59M
S.5 Ep 84. Aarsaa Nyerereefi Tanzaaniyaan Bilisummaa Afrikaaf Kafalan. Kutaa 3ffaa
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Qophii torban kanaa keessatti: 1. Waan ummanni Gurraachi kan Afikaan-ala turan sochii ummata Gurraachaaf gumaachan: bilisummaa biyya Haiti, qooda jaarmayaa "Sons of Africa" 2. Waan "Marcus Garvey" dammaqiinsa ummata Gurraachaaf gumaache 3. Qooda Pan-Africanism bilisummaa Afriikaaf gumaache 4. Tattaaffii warri pan-Arabism(Gamal Abdel Nasser) warra Afrikaa of jalatti hiriirsuuf godhan 5. Afrikaanoonni gartuulee "the Casablanca Group" fii "the Monrovia Group" jalatti gar-gar qoqqoodamu isaani 5. Gumaacha Kwame Nkrumaan Pan-Afrikaanizmii, bilisummaa Afrikaafii "United States of Africa" ijaaruuf godhe 6. Aarsaa Mwalimu Nyerereefi Tanzaaniyaan bilisummaa Afrikaaf kafalanfi kkf gaggabaabsinerraa dubbanna. Dhihaadhaa!
Embed this episode
NOW PLAYING
S.5 Ep 84. Aarsaa Nyerereefi Tanzaaniyaan Bilisummaa Afrikaaf Kafalan. Kutaa 3ffaa
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.