EPISODE · Feb 18, 2023 · 58 MIN
S.6 Ep 98 Marii Dr. Abeba Diro Wajjin Marsaa 2ffaaf Gaggeessine, Kutaa 3ffaa(Maayyii)
from ILMAORMAA · host Ilmaormaa
Dr Abbabaan waan torban lamaan dura eegale, torban kana xurmura. Sagantaa torban kanaa keessatti: - Waahee Cryptography - Waahee Machine learning / Deep learning fii Cyber security -Waahee Anomaly detection -Waahee attack detection fii waan heddu baayyee kan qormaata isaarratti hundaahan nuun qoodata. Itti dhihaadha!
Embed this episode
NOW PLAYING
S.6 Ep 98 Marii Dr. Abeba Diro Wajjin Marsaa 2ffaaf Gaggeessine, Kutaa 3ffaa(Maayyii)
No transcript for this episode yet
Similar Episodes
No similar episodes found.
Similar Podcasts
No similar podcasts found.